Oduu Oromiyaa

Meetni Nama Harka Jiru Dhagaa Fakkaata

Malkaa Caffee | Ebla 10, 2013 Qabsoon Bilisummaa Oromoo kan dhiigaa-lafee fi lubbuu gootota Oromoo kumootaan utubame bu’uurri isaa akka…

13 years ago

OSA’s Appeal Letter about Oromo Refugees in North Africa and the Middle East

  Mr. Antonio Guterres United Nations High Commissioner for Refugees (UNHCR) Case Postale 2500 CH-1211 Genève 2 Dépôt Suisse. Email: InfoDesk@ohchr.org; GUTERRES@unhcr.org…

13 years ago

Wikileaks files on the evolution of the ODF

April 9, 2013 (Gulele Post) — Excerpts from two   Wikileaks files, one from the US embassy in Asmara  and…

13 years ago

Oromo quran is a free quranic application by oromo language

Alhamdulliha, now we are able to add one Juz making total of Two juz, Insha Allah we will keep updating…

13 years ago

Ibraahim Mummee fi Samiyaa Usmaan hoggana Koree Yeroo irra raraafamani jiru.

  Koreen Yeroo ABO kaayyoo Qabsoo Bilisummaa Oromoo dandamachiisuf erga utubamee wagaa lama tahuuf  deemaa jira.  Adeemsa wagaa lamaa kana…

13 years ago

Afaan Ofii barachuun manarraa eegala

  Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata.…

13 years ago

Waliin boonuu “Wal-boonummaa”

[hmp_player]   Akka qorannoon hedduun ibsanitti, handhurti guddinaa, walqixxummaa fi bulchinsa Oromoo kan sirna Gadaa waan gurguddoo lama irratti hundaawee…

13 years ago

KAAYOO OROMOO FAALLEYSUUN HIN DANDAYAMU

Ibsa  KY- ABO Gaafiin Oromoo gaafii abbaa biyyummaati malee gaafii mirga lammummaa Tophia kadhachuutii miti. Oromoon wanni qabsaawuuf biyya humnaan…

13 years ago

Of jajjuu manni karaa irra: Deebii barruu mata-duree “muka Jallaa Diriirsuun osoo qacalee ti” jedhu jalatti obboo Jawaar S. Mohammed Barreesseef

  Mata duree "Jallaa Mukaa Diriirsuun Osoo Qacalee ti" jedhu jalatti barruu obboo Jawaar barreesse dubbisee jira. Obboo Jawaar fakkeessuu…

13 years ago

MUKA JALLAA DIRIIRSUUN OSOO QACALEETI

Tattaaffiin rakkoo qabsoon Oromoo mudatte furuudhaaf akka matayyaattiis tahe akka  gurmuutti godhamaa jirtu mara jajjabeessuun barbaachisaadha. Carraaqqiin garasiin godhamtu garuu,…

13 years ago