Oduu Oromiyaa

Kora Kongireesiin Federaalistii Oromoo Finfinneratti qopheesse kana daawadhaa!

https://www.facebook.com/naifnannaol/videos/1609441375826787/

7 years ago

Maanni mana amala sirreessaa Dirree Dhawaatti argamu iddoo dhiittaan mirga dhala namaa sadarkaa ol-aanaadhaan itti muldhatu

https://www.facebook.com/diretvafaanoromoo/videos/2064313843887934/ Mana amala sirreessaa feederaalaatti hoji-maanni mana amala sirreessaa dirree dhawaatti argamu iddoo dhiittaan mirga dhala namaa sadarkaa ol-aanaadhaan itti…

7 years ago

Murtee jila Adda Bilisummaa Oromiyaa biyyatti erguu

Adda Bilisummaa Oromiyaa Oromia Liberation Front Hagayya 15, 2018 W.DH.ABO: abo.oromiyaa@gmail.com   Qabsoo bifa warraaqsa ummataa fi fincilaan godhuun tarsimoo…

7 years ago

Labsa Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa(THBO)

Labsa Hagayya 5, 2018 Tokkummaan Humnoota Bilisummaa Oromiyaa (THBO) walgahii idilee kan woggaa kana kan bakka bu’ootin dameelewan isaa qooda…

7 years ago

Ifii dadhabanii rabbi hin sakkaban

MUUMMEE KEENYA ARKUUF QOPHAAHAA JIRRA JIRTUU WARRA MINNESOTA JIRTUU OROMIYAA XIQQOO JIRTUU ILMAAN OROMOO JIRTUU ILMAAN ABBAA GADAA JIRTUU ILMAAN…

7 years ago

Habashoonni isa ka saanii hin tahinille akkatti miilarra kufanii ergaa isaanii dabarfatan

Keenya hoo, TV fi feesbuuk gubbaa ta'ee qeeqaa fii himannaa dhandhaarra!!

7 years ago

Hamzaa Booranaa; Dhimma Saba keenyaa dhimma dhiigaaf lafee keenyaa akkamitti dhiifna?

Barruu Dheera 2 ffaa Qabadhee dhufuu kootif Durse dhiifamma Gaafadha , Obsan Dubbissa RDH maalif hamma ammaatti gargaarsa gahaa Hawaasa…

7 years ago

Gareen maqaa dhaabaatin biyya alaa irraa galan gandarra ya’anii shubbisuu malee ummata Oromoof jijjiirama fidaa hin jiran

Dhaamsa biyya keessaa dhufe ============= Haali amma siyaasni keenya keessa jiru hedduu nama yaadessa. Sababni isaa: 1'ffaa Diinni qabsoo keenyaa…

7 years ago