Oduu Oromiyaa

‪#‎OromoProtests‬. Dhaamsa Arsii lixaa irraa

‪#‎OromoProtests‬. "Dhaamsa Arsii lixaa irraa Namootni armaan gaditti taayitaafi bilbilli isaanii maqaa waliin tarraa'e kunniin, abbootii aangoo Godina Arsii Lixaa…

10 years ago

‪#‎OromoProtests‬, Mootummaan wayyaanee waadaa cabsun Ummata nagayaan hiriira bahe fixaa jira

  ‪#‎OromoProtests‬ Inna lilahi wa inna Ilayhi rajiuun, Dhiha Arsi Asasa, Mootummaan wayyaanee waadaa cabsun Ummata nagyaan hiriira bahe  irratti tarkaanfii haleellaa…

10 years ago

‪#‎OromoProtests,‬ Mormii legahaar finfinnees kana fakkaata

‪#‎OromoProtests,‬ hiriira seena qabeessa magaalaa gudditti Oromiyaa Finfinnee keessatti alaabaan Oromoo sodaa tokko male mirmirfamaa jirti.

10 years ago

‪#‎OromoProtests‬, Hospitaala Hiwoot faana Harar keessatti tajaajiltoonni fayyaa doktoroonni fi narsoonni wal gayuun mormii isaani gaggeessaa jiran

‪#‎OromoProtests‬,  yeroo ammaa kana hospitaala Hiwoot faana Harar keessatti tajaajiltoonni fayyaa doktoroonni narsoonni wal gahuun mormii isaani gaggeessaa jirani kunoo…

10 years ago

‪#‎OromoProtests‬ , Jawaar Mohamed: Sa’aa kanarraa kaasuun tarkaanfii lubbuu of baraarsuu kamiiyyuu fudhachuun barbaachisaadha!

Beeysisa: Mootummaan wayyaanee waadaa cabsuun ummata nagaan hiriira bahe irratti tarkaanfii haleellaa fudhatee jira. Sa'aa kanarraa kaasuun tarkaanfii lubbuu of…

10 years ago