Oduu Oromiyaa

Dhimmii cufamuu kuusaa Kosii Sandaafaa kun laayyotti laalamuu hin qabu.

‪#‎OromProtests‬ (via Jawar Mohammed) Magaalaan Finfinneen erga dhaabbattee kaasee Oromoo lafa isaarraa kaasaa, kan qarqara ishee jiru ammoo callaa isaatin…

9 years ago

Waamicha Ariifachiisaa Uummata Oromoo Maraaf

~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~ Share gochuu hin dagatinaa Akuma beekamu Fincilli Xumura Garbummaa Oromiyaa keessatti itti fufuun beekamaadha! Fincila ji'oota saddeet lakkoofsise irratti…

9 years ago

Kitaaba galmee seenaa: Raammisoorraa-Huurso

https://youtu.be/GuFcyZSTCWk

9 years ago

Warraaqsa Oromoo amma deemaa jirurraa waan barannee fi daandii fuula duraa

ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT   Adoolessa 2016 1. Seensa Akka sagantaa siyaasaa irraa hubatamutti ABO kan dhaabbateef Oromiyaa…

9 years ago

Sab-quunnamtii hawaasummaa akka madda odeeffannootti; muuxannoo ogeesotaa fi dargaggoota Oromoo

Halleeluyaa Luulee, Gammadaa Olaanaa , Gammachiis Fiqaaduu Qoodi Yaadawwan Ilaali WASHINGTON, DC — Qobiyyeee fi maddi Oduu fi odeeffanoo hundi keenya…

9 years ago