Oduu Oromiyaa

Waraannii naannoo Soomalii liyuu poolisi jedhamu beekamu Oromoota Anniyyaa daangaa Soomaletti dhihaattan irratti akka haarawaati lola labsee jira

Oduu Naannoo Anniyyaa irraa dhuftu akka mirkaneeysutti . Humni loltoota Liyuu Poolis kan Ogaaden keeysatti ummata shororkeessun beekamu daangaa Oromiyaa…

10 years ago

Oromoota Anniyyaa shanyii duguugaa irrati raawatamaa jira

‪#‎OromoProtests‬ Oromota Anniyyaa shanyii duguugaa irrati raawatamaa jira. Akkuma hundi keenya hubanuttii Oromofii saba biraa walitti buusuf wayyaneen mukin isin…

10 years ago

ODUU Dargaggoonni Oromoo gara leenjii Waraanaatti geeffamaa jiran miliqan.

OMN:Oduu Adol.08,2016 Mootummaan Itophiyaa carraa hojii biyya alaa isiniif argamsiisa sababa jedhuun gowwomsee dargaggoota Oromoo leenjii waraanaa seensisaa akka jiru…

10 years ago

Seenaa Koloneel Aliyyii Cirrii Kutaa 2ffaa

  Seenaa Koloneel Aliyyii Cirrii Kutaa 2ffaa from OBS TV on Vimeo.

10 years ago

Oromoo, Dirmadhaa Dirmachiisaa!

Gara: Ummata Oromoo, Iddoo jirtan maratti,   Ummata Oromoo hundaaf Salaamtaa Obbolummaa isiniif dheheesinee, kan baatii Ramdaanaa tan Qur,aanni keysatti…

10 years ago

DRAFT DOCUMENT For PG7 and ODF Coalition

                                                   PREAMBLE   WHEREAS Ethiopia is an age old nation with a history that goes to the antiquities; and…

10 years ago

IBSA WAAJJIRA HAYYU DUREE ABO SHANEE IRRAA KENNAME ILALCHIISE XINXAALA OBBO BORUU BARRAAQAATTIN DHIHAATE .

Baatii lamaan tokko dura dubbii basaasutummaa Girmaa Xurunaatiin irratti odeessa deemaa ture namuu ni yaadata. Warri ABO Shanee wayta sanatti…

10 years ago

Waamicha Walgahii Ummataa Oromoo hundaaf

  Addi Bilisummaa Oromoo (ABO Tokkome)  walgahii Ummanni Oromoo irratti argamee waa’ee addeemsa qabsoo Walabummaa Oromoo fi Bilisummaa Oromiyaa  woliin…

10 years ago