Oduu Oromiyaa

AJJEECHAAFII HIDHAAN AMMAS ITTI FUFEE JIRA

Motumman Ethiopia ummata nagaa mana itti diiga nagaan bahee akka hin jiraanne gochaa jira. Mootummaan abbaa irree kun ji’a tokko…

9 years ago

Walitti-bu’insa Harargee Bahaa, Magaalaa Awwadaay Keessaa Ka’een Namoota Ja’a tu Ajjeesame, Jedhu Jiraattonni. Hospitaalli Immoo Du’a Namoota Afurii Mirkaneesse

Jaallannee Gammadaa Afaan Oromoo Amharic Awwadaay, Oromiyaa WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godinaa Harargee Bahaa magalaa Awadaay keesssatti har’a suqiin…

9 years ago

Oromo TV: Seenaa Alaaba Oromoo by Jafar Ali

https://youtu.be/EvUkgZRDosw

9 years ago

OMN:Oduu Wax.28,2016 Godina Shawaa lixaa aanaalee hedduu keessatti

loltoonni mootummaa sakkata’iinsaa fi reebicha hamaa geggeessa jiraachuu jiraattoonni dubbatan. Akka jiraattoonni himanitti, loltoonni kun baadiyaalee hunda keessa naannayuun shammarranii…

9 years ago

Godina Hararghee lixaa aanaa Hawwii Guddina keessatti poolisoonni Liyyuu Hayil ja’amu nama sadii ajjeese jedhu

OMN:Oduu Wax.27,2016 Godina Hararghee lixaa aanaa Hawwii Guddina keessatti poolisoonni Liyyuu Hayil, namoota nagaa dhalataan Oromoo ta’an sadii haala sukkanneessaan…

9 years ago

‪#‎Oromoprotests‬ Godina Arsii lixaa Magaala Asaasaa keessatti, guyyaa har’aa Mormiin cimaan gaggeefama jira

Namoonni 4 kan eenyummaan isaanii hin beekamne Masjiida Al Hikam kan dhiheenya kana eebbifame keessatti Qabaman. eega qabamanii booda yoo…

9 years ago

Dhiiga ilmaan Oromoo jigsaa dachii Oromiyaatirra bilisaan bashannanuun gonkumaa hin hayyamamu.

‪#‎OromoProtests‬ AKEEKKACHIISA Poolisii Oromiyaatifi Bulchiinsa Godina Harargee Bahaatiif Poolisiin Getachew Membere jedhamu intala Oromoo Sabriina Abdallaa jedhamtu magaalaa Calanqoo keessatti…

9 years ago

Barattoonni magaalaa Mandii hiriira farra mootummaa geggeessan jedhu jiraattonni Poolisiin immoo himannaa sana ni haale

Tuujubee Hora Faayilii – Mormii Oromiyaa WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godina Wallaggaa dhiyaa aanaa Manasibuu mgaalaan Mandii bakka hiriirri…

9 years ago