WASHINGTON, DC — voa Godina Gujii aanaa shaakkisoo keessatti baatii darbe hiriira geggeessameen booda dargaggoon tokko ajjeefamuu isaa qophii keenya…
OMN:Oduu Caamsaa 24,2016 Mormii jiraattota godina Harargee lixaa magaalaa Biyyoo Karaabatti dhiheenna kana geggeeffameen wal qabatee, ammayyuu namoonni duuchaan qabamanii…
Namni barattoota Oromoo Yunivarsitii Haramayaa maqaa tarreessee Agaazitti kennaa jiru tokko nama kana. Maqaan isaa Mabratu Mollaa ti. Bara dabre…
https://youtu.be/XEqVijzyH_w
https://youtu.be/OmfkAqz3icQ
WASHINGTON, DC — Itti gaafatamaan dhimmootii Komunikeeshinii mootmmaa naannoo Oromoyaa Obbo Faqaadu Tasammaa Raadiyoo sagalee Amerikaaf akka ibsantti Mootummaan Federaalaas…
Qeeyroo Caamsaa 18,2016/ Magaalaan Boolee fi naannnoon ishee humna waraana Wayyaanee komaandoo jedhamaniin marfamtee jirti. Mootummaan Wayyaanee uummata Oromoo doorsisaan qabeenyaa isaa…
OMN:Oduu Caamsaa 18,2016 Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Booleetti, ijaarsa seeraan alaa manniinii jechuun, bulchiinsi magaalattii, manniin jiraattotaa wayta diigaa turetti,…