Oduu Oromiyaa

Time of Menopause and vanguard of victory

  By Dr. B.K.Deressa For more than 100 years, the Oromo people has been at war with enemies sworn to…

10 years ago

Akkamitti gareen shanee ABO jaallawwan kaleessa waliin qabsaawan itti salphistu kunoo: BEEKUMSA “BOORUU BARRAAQAA” FI “FIXEENSA” GANAMAA !!!!!!

Mata duree barruu tiyyaa isiniif yaa ibsu. “Booruu Barraaqaa”kan wallaalu jira natti hin fakkaatu. Booruun, Naannoo bara 2002 qabsootti kan…

10 years ago

Kan Daud Ibsaa waliin hidhata qabu Girmaa Xurunaa qofa osoo hin taane namni maqaan isaa Sheeraa je’amus qunnamtii kan caalu qaba.

SHEERAA   Namni maqaan isaa SHEERAA je’amu bara 2012 keessa Asmaraa irraa gara biyyaa ergama. Akkuma Sheeran biyya seeneen humni…

10 years ago

Adda Walabummaa Demokratawa Oromiya (AWDO) Front for Independent Democratic Oromia (FIDO)

Guyyaa: Caamsa 15, 2016 Irraa: Adda Walabummaa Demokratawa Oromiya (AWDO) Front for Independent Democratic Oromia (FIDO) Gara: Ummata Oromiya, Miseensota…

10 years ago

Barattoonni Yunivaristii Haromaayaa gaaffii mirgaa finiinsuu eegalan.

OMN Barattoonni yuuniversiitii Haramaayaa kaampaasii Teekinoloojii halkan kalleessa hiriira bahuun sagalee isaanii dhaggeessisuun cinatti basaastoota mootummaa TPLF mooraa isaanii irratti…

10 years ago

Olola ABO Irratti Oofamu Duuba Maaltu Jira?

(Kijibni, wallaalaa afaanfaajjeysa malee, Dhugaa ta’ee hin beeku!) Dhugaabaas Dhugumaa, Caamsa, bara 2016 Barattootni Oromoo Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti…

10 years ago

Aministii Intarnaashinal Itoophiyan Namoota Feesbuukii Irratti Waan barreessan Sababa Godhattee Hiite Gadhiisuu Qabdi Jedha

WASHINGTON, DC — VOA Dubbii himaa Samayaawii Partii han ture, Obboo Yoonaataan Tasfaayee "ergaa Adda Bilisummaa Oromoo Feesbuukii irratti oggaa…

10 years ago