Walaloo Yaadannoo obboleewwan keenya Galaana irratti dhumaneef Dr. Dhinsaa Yonaasiin qophayee akka itti aanutti dubbisaa. --ARAARAAN...!!-- Gamatti abdii ilaalaa Maatii…
#OromoRefugees four members one family were on board the boat. Three of them Aisha Rare, Ramadan Ibrahim Rare, and Abdi…
Doonii biyya Masrii irraa gara Itaalii osoo deemaa jirtuu dhidhimterraa warri hafan akka jedhanitti, walii galatti namoonni doonii san yaabbatan…
Namonnii amallee dooni yaabachuufi qophii xumuranirani hedduu dha kanaafi amma lubbuu namoota kanaa haa bararruu ergaa kiyya dabarsaa
Harmeefi daa'imman Dhalattoota kalee. Warra biyyaa baafte Nafxanyaan maqalee. Cubbuun isin dhabne Badii tokko malee. Kanaaf obsa dhabnee Bakkayyuu…
Yaa waaq maal yakkinee ? Dalga nu boochiftaa Reeffa lammiiwwan koo Galaana Nyaachiftaa! Nama Biyya dhabeef Maal hin gaddituu Rakkoosaan…
Yaso Abdalla , his wife Shagge ( Rihanna) Kadir and their 9 month baby also among those who believed to…
[yaadannoo warra biiyya fii alatii wareegamaniif ############### Gabrumaan haammaatee biiyyaa saba baaftee lammii oroomootaa quurxummii nyaachiiftee ................................ Hiiyyumaan dabalamtee Biyaa…
Doonii biyya Masrii irraa gara Itaalii osoo deemaa jirtuu dhidhimterraa warri hafan akka jedhanitti, walii galatti namoonni doonii san yaabbatan…