"Kan qabsaawa jirruuf fedhii ummata keenyaa bakkaan gayuufi" Jaalli kun fedhii isaa bakkaan ga'ee moo kan ummataati bakkaan gahee? J/…
Aaddee Faaxumaa Galmoo eenyu? Maal ummata Oromootiif goote? Ummata Oromoo maal barsiifte? Seenaa akkamii ummata keenyaaf hanbiste? Ummanni Oromoo akkamitti…
******************* Yeroo yerootti uffata waraana Xaaliyaanii uffatee Dambii Dolloo seenuudhaan mana Aadde Moominaafi Aadde Daasharee Akkayyuutii daadhii dhugee, odeeffannoo barbaachisus…
************ Akkuma maqaansaa ibsutti Oliiqaa Dingil lammii Oromoo yoo ta’u, ummata Oromoo naannawa Qeellem Wallaggaa keessa jiraatu jidduudhaa kanneen hidda…
Seenaa Abdiisaa irra: Lafti gaanfa Aafrikaa keessatti Oromoon irra tamsa’ee qubatee jiru Oromiyaa jedhamti. Oromiyaan biyya Oromooti. Biyyi kun…
Qabsoo ummanni Oromoo gabrummaa jalaa bahuuf godhaa jiru keessatti injifannoon hamma yoonaa galmaawan heddu. Injifannoolee tana galmeeysuuf, biyya…
Click here to read.........Discussion with PM
Gootichi beekamaan ilma Oromoo onneen isaa waa’ee saba isaaf dhiigdu kun kan dhalatee guddate Godina shawaa kaabaa nannoo salalee aanaa…
Biyyi Afran Walisoo lookoo sagal qaba. Gosni Caboo ENYUU? DUBISSAA MEE! DABALATAANIS KAN AFEEFI WAAN BEEKITANI NUUF SHARE GODHAA! Miseensota…