Seenaa

Qabsoo afaan Oromoo qaroomsuu (bara 1881 – 1991)

Diinni (motummaan Habashaa) kallatiin sanyii uummata Oromoo lafa irraa duguuguuf milkaawu yeroo hanqateetti tarsiimoo afaan, aadaa, fi seenaa Oromoo ittiin…

9 years ago

Bu’uura Heeraa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Xiinxala Seeraa

Abduljebar Hussien ( abukaatoo) Bu’uura Heera mootummaa Federaalaawa Dimokiraataawa Ripaapliika Itoophiyaa(HMFDRI) kwt. 46(1) tiin mootummaa Federaalaa naannooleedhaan kan ijaaramee dha.…

9 years ago

Yaadannoon Jaarraa Abbaa Gadaa (1936-2013) kan Waggaa arfaffaa Sambata dhufu, Bitooteessa 4 bara 2017 Australia Melbourne keessatti akka kabajamu beekameera.

(Oromedia, Melbourne 1 Bitootessa 2017) Qabsaa’ota bilisummaa Oromoo angafoota keessaa tokko ka ta’anii fi maqaa “JAARRAA ABBAA-GADAA” – jedhamuun ka…

9 years ago

Jara Abba Gadaa, Oromo freedom icon, dies at 77

(OPride) — Abdulkarim Ibrahim Hamid, better known with his nom de guerre as Jara Abba Gadaa, a relentless Oromo freedom…

9 years ago

Seenaa gabaabaa Raadiyoo magaalaa Adaree

Seenaa Habroo Seenaa Raadiyoo Ummata Oromoo keessatti, Raadiyoon Harar kan sagantaa Tokkummaan Humnaan tamsaasu jalqabe bara 1965 akka lakk.haabashaati Raadiyoon…

10 years ago

(Hayyuu,Qorattuu, Barreessituu fi Gazexeessituu biyya -USA ) Kitaabashee -Wonderful Ethiopians of the ancient cushite empire-keessaa kan fuudhame

Houston, Drusilla Dunjee (1876-1941) “Isin tuffatamtanii, xiqqeeffamtanii ilaalamaakan turtan, warri Kush Itoophiyaa dhaamsawwan abbootiin keessan ol isiniif kaa‘aniin mataa ol…

10 years ago

JOGOLA HARARIIFI GANDA OROMOO:

  Magaala Harar keessa dur naannoo bara 1875 - 1885! Saba lakkooysaan xiqqaa tahe warra "Geey" Ykn Adaree ja'aamu jogola…

10 years ago

DHAAMSA JAALLAN QABSOO IRRATTI KUFANII: “Daandiin bilisummaa, hagamuu dheerattu, nuunis galaafattu, galii ishee hin hanqattu!”

DHAAMSA JAALLAN QABSOO IRRATTI KUFANII: "Daandiin bilisummaa, hagamuu dheerattu, nuunis galaafattu, galii ishee hin hanqattu!"  

10 years ago