Siyaasaa

Hooggannii QBO akka ofii yaadutti kan biraas akka yaadu tolchuu otoo hin taane, kan ofii yaadu namni biraas akka gabbisuu danda’u of amansiisuu qaba.

Qabsoon yeroo hunda gabbachaa fi danboobaa deemuu qaba. kana gochuuf garuu hooggana jijjiramaa fi hooromsa qabsootti amanu horachuun murteessaa dha.…

13 years ago

Obbo Ibsaa Guutamaa mormitoota ODF hundaaf

Xalayaa Banaa Dhalachuu fi deemsa Aadda Dimokiratawaa Oromoo/ODF ilaalchisee dhiheenya kana marsaalee interneetii Oromoo irrattis ta’e, marsaalee sabqunnamtii Ethiopia biraa…

13 years ago

“MIILA LAMA QABAATANIIF , MUKA LAMA HIN YAABAN !!!!!!”

Y.G(2005) Seenaan yoomillee seenaadha. Maqaa Ummata tokkon qabsoo gaggeeffamu mitii, Maqaa dhunfaanuu wanni hojjatani fi dubbatan qalbii Ummataa fi dhalootaa…

13 years ago

SEENAA GABAABAA BOSONATTI BAHUU FII QABAMANII AJJEEFAMUU JENERAAL TADDASAA BIRRUU FAA

Tokkicha Abbaa Milkiin   Waan gootota kanaa bal’inaan bareessuuf osuman taa'e yaaduu Aaddee Foolii Gorbaa -haatii Koroneel Hayilu Raggaasaa nadursani.Lubbuun…

13 years ago

Qabsoon Bilisummaa Sabaa fi Taphni Siyaasaa Walii Gargari

Oromoon Afaan qawweetiin cabee bittaa alagaa (gabrummaa) jalatti buluu erga mudatee Jaarraa tokkoo fi walakkaa tahuufi. Yeroo sanaa kaasee bilisummaa…

13 years ago

Seenaa gabaabaa waayee Sooreessaa J Jaarraa Abbaa Gadaa

Bara 1936 ykn 37 Xaaliyaan hoggaa biyya seente, Harargee Bahaa Watar bakka je’amutti Abdukariim Ibraahim (Jaarraan Abbaa Gadaa) dhalate. Jaarraan…

13 years ago

“Warra Rageeyfateen Dhufte”

“Warra Rageeyfateen Dhufte” (Khutaa 1ffaa) Dhuma bara 1991, mooraa leenjii dhaaba Adda Islaama Bilisummaa Oromiyaa (AIBO) kheeysatti walgahii yaamamte irratti…

13 years ago

SBS: Interview with Dr. Dima Nogo, Vice-President of ODF, on the Role of ODF in Ethiopian Politics

Dr. Dima Negewo, Vice President of the Oromo Democratic Front (ODF) talks about the establishment of the organization and the…

13 years ago

Ibsa dhaaba ULFO/THBO irraa kenname.

Bilisummaa Ummataa fii Walabbummaa Oromiyaatiif kan Qabsaawu Hogganni dhaaba ULFO/THBO haarayni, jiddu galeeysa hoggana qabsoo biyya Ambaa hin godhatu. Falmaan…

13 years ago

Guyyaa gootota Oromoo Ilaalchisuun, Dhaamsa ABO Irraa Kenname.

Danbaliin Jijjirama ABO, Imaanaa Jaallan Keenya Wareegamniif Galmaan Gaha! Uummati Oromoo maraa fi qabsa’otiin adda bilisummaa Oromoo guyyaa gootota keenyaa…

13 years ago