Abdii Boruutiin Haalli addunyaa kanaa yeroo dhaa yerootti jijjiiramaa waan deemuuf, qabsoo bilisummaa uummata tokkoo daddafsiisee kan biraa ammoo…
Abdii Boruutiin Barri tokko dhumee ykn xumuramee barri haaraan yoo jalqabu namootni keessumaayuu faranjootni bara dabre hubachuu fi waa…
Abdii Boruutiin Dhimma tokkummaa kanarratti yeroo baay'ee waan irratti dubbatame fi barreeffameef, waayee kana irra deebi'ee kaasee dubbistoota barruu kiyyaa…
Abdii Boruutiin Gaafii akka mata dureetti dhiyeesse kanaaf deebii otuu hin barbaadin dura, gaafii waliigalaa tokko kaasuun barbaachisaa…
Abdii Boruutiin Uummanni Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol gabrummaa Habashaa jala turani fi ammas jirani illee, gabrummaan uummanni keenya har’a bar-kurnee…
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barruu kana akkan qopheessu kan godhan sababoonni gara garaa jiraatani illee, sababoota…
Abdii Boruutiin Waayeen kun afran: gandummaa, naanummaa, amantii fi Oromummaan qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti gahee maal…
Abdii Boruutiin Biyyoota diinagdee fi teeknoolojii dhaan hin guddatin fi biyyoota dhiibbaan amantii dubartoota irratti godhamu…
Abdii Boruutiin Akka yaada fi ilaalcha kiyyaatti, tokkummaa diduun humna diiguu dha; tumsa diduun ammoo humna…
Abdii Boruutiin Waayee tumsa hunda hammataa (All-Inclusive-Alliance) ilaalchisee, turban lamaan dabran keessatti, marii oo'aan akka godhamaa…