Viidiyoo

Holland: Ilmaan Oromoo oromoo fi Oromiyaa Halaagatti beeksissan!

Waxabajjii 15,2013 Ilmaan oromoo dararamma, hidhaa fi sarbammuu mirga abbaa biyyuummaa mootummaa garbomfaata wayyaannee oromiyaa keessaatti raawwaacha jiru jala baaqaatani…

12 years ago

Magaalaa Dirree Dawaa Hayyuu fii Sabboonaa isii Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abdullee Akkanatti awwaallatte

Oromiyaa  Bahaa: Magaalaan Dirree Dawaa hayyuu fii sabboonaa isii, abbaa ummata Oromoo, kan saba isaa dukkana wallaalaa keessaa baasuuf hamma…

12 years ago

“Adda Bilisummaa baastuu Oromoo waan jedhantu jira isaan haa gargaarru”

Egypt President politicians plotting against Ethiopia's dam English subtitle]       internet marketing

13 years ago

Gaaddisni Oromoo Nederlaand Yaadannoo Sooreessaa J/Jaarraa Abbaa Gadaa Gad-geeyse

Ilmaan Oromoo Addunyaa Mara keessatti Yaadannoo Gootichaa diinaaf summii Sooreessaa  Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa eega du'aan addunyaa tanaraa galanii kaasee…

13 years ago

Jaarraa Abbaa Gadaa eenyu laataa? Warri dhiheenyaa fii qaaman isa beekan waayee isa akkamitti ibsu?

Oromo TV Abduljali Abdalla seenaa Jaarraa   Prof.Ismael Abdullahi Seenaa Jaarraa

13 years ago

Inside Story- Death on the Nile

The River Nile has been a source of life for millions over the centuries. Now Ethiopia is diverting water to…

13 years ago

Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abduulle guyyaa ar’aa magaalaa Dirree dhawaatti awwaalaman

Abbaa Tafsiira qur'aanaa Afaan Orommo, Abbaan Qubee Afaan Oromoo, Hayyuu, beekaa, walaleessaa, gaazeexeessaa, sabaaf laalataa, ummata isaa dukkana wallaalaa keessaa…

13 years ago

Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abduulle guyyaa ar’aa magaalaa Dirree dhawaatti awwaalaman

Abbaa Tafsiira qur'aanaa Afaan Orommo, Abbaan Qubee Afaan Oromoo, Hayyuu, beekaa, walaleessaa, gaazeexeessaa, sabaaf laalataa, ummata isaa dukkana wallaalaa keessaa…

13 years ago