Gadda, gammachuu, hiraa, cinqii dhalli Oromoo alaaf keessatti biyyoo itti dhalate keessatt halkaniif guyyaa dhandhaamaa jiru...kuusa galmee seenaa ka si…
Balaan waayyaaneen Oromoota Harargee bahaa ona anniyyaa irraan geese hammaachaa dhufaa jira. Hamma ammaati furmaani argame tokkolleen hin jiru. Aanaa…
Gaafiif deebisaa Akkeesstii/fakkeessituu jaalamtuu diraama garagaraa hojjatuun beekkamte Aaddee Abbabach waliin TV ergamtuu wayyanee waliin taasifame haala gaddisiisaan xumurame... Bakka…
Waraanni Ogaden kani Wayyaaneen Liyyuu Poolis jettuu Oromoo Gammoojjii Anniyyaa weeyrare. Oduun naannoo Qumbii qubsuma Oromoo Anniyyaatii baatu akka mirkaneeysitutti,…
Dhukkubni hadhyootuu maali? maalirraa nama qabdi, mallattoon isii qabaachuu hoo, bu'aan isii fii miidhaan isii maal faadha? Akkamitti ifirraa…
Ibsa Walii galtee garee Koree Yeroo ABO tan Obboo Ibraahim Muummeetiin gad geeyfamtuu fii garee Shanee ABO ....laalchisee..Ibsaa fii gaafiif deebisaa Obboo…