Viidiyoo

Oromoon seera bultaa waliin qaba, waliifiis kaba…

Haajii Biiftuu Fayyisoo   Gaafiif deebisaa Obboo Haaji Biiftuu Fayyisoo Galma Waaqeeyfannaatiin...

13 years ago

“Ar’aas boruus guyyaa gootootaa irra daddeebinee ayyaaneeffannaa”

Hayyu duree ABO garee shanee ABO Jaal Daawud Ibsaa..ibsaa guyyaa gootota Oromo laalchisee...  

13 years ago

“ABO jechuun lafee ummtaa Oromoo jechuudha, faajjii ummata Oromoo jechuudha” eenyuun fakkeessuuf Alaaba Oromoo qabatee habashatti galuufi ODF?

Guyyaan Gootota Oromoo MN USA bara kanaa keessummaa kabajaa taate kan argamte, Gootittii j/ Urjii Dhaabaa miseensa WBO duraanii kan…

13 years ago

Cuuraa Manguddootaaf

Walaloo Cuuraa Manguddootaaf obboo Ibsaa Guutamaatiin...  

13 years ago

Dhaabni keenya (ADO) Qabsoon akka asiin duraa akka sakaalamee hin teenye goona…

Kun dhaamsa gabaabaa guyyaa gootota Oromoo ilaalchisee Pirezidaantii ODF Obbo Lencoo Lataa irraa dhihaatee dha  

13 years ago

TVOMT: Gaafif Deebii Kurfii Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo Naannoo Toronto Hordofaa

TVOMT: Gaafif Deebii Kurfii Guyyaa Gootota Oromoo Obboo Araarsoo Boruu Waliin ta’e  

13 years ago

Guyyaa Gootota Oromoo 2013, Magaala Bern, Switzerland

Magaala Bern, Switzerland keessa tti sabboontonni Oromoo gaafa 13.04.2013 Guyyaa Gootota Oromoo 2013 yaadatanii oolaniiru. Guyyaa kana qabsaawota Ooromoo mirga…

13 years ago

Gaafii fi deebisaa Radio Addis dimts waliin Dubbataa Dhaaba ABO Kamaal Galchuu waliin guyyaa 13/04/2013 tti geggeeyfame

Dubbataa ABO - Jijjiiramaa Obbo Temam Baatii ODF yaada/mul'ata nuti ji'a 15 dura ummataaf labsine ka qilleensi dhahe aduun itti…

13 years ago

Radio Marii: Walgahii ODF DCti gaggeeffate irratti

Radion Marii tamsaasa isaa ammaa kana keessatti Walgahii ODF Washington DC keessatti hawaasa Oromoo waliin gaggeesse qabatee dhihaatera. Walgahiin ODF…

13 years ago

SBS: Interview with Dr. Dima Nogo, Vice-President of ODF, on the Role of ODF in Ethiopian Politics

Dr. Dima Negewo, Vice President of the Oromo Democratic Front (ODF) talks about the establishment of the organization and the…

13 years ago