Abdii boruu

Haala uummatani Oromoo keessa jiru dhugumatti hubannee jirraa??

  Abdii Boruutiin   Sochiin uummata Oromoo, kan bara 2014 irraa eegalee godhamaa jiru kun injifannoo hawwame dafee argamsiisuu baatullee,…

8 years ago

Tartiiba Qubee Afaan Oromoo jijjiiruun waan boba’aa jirurratti boba’aa dabaluu dha

    Abdii Boruutiin     Kaayyoon Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) fi warraaqsi biyya keessatti akka ibiddaa boba’aa jiru injifannoolee…

9 years ago

Yaa’ii Hoggansa Oromoo (OLC) fi Gumii Oromiyaa Addunyaa (GGO)

Lamaanuu Oromoo dha, lamaanuu Oromoof, lamaanuu Oromoon uumaman: Rakkoon jiru maali? Abdii Boruutiin Akkuma beekamu fi namuu hubachuu danda’u yeroo…

9 years ago

Faayidaa Addaa Naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu laalchisee labsii Wayyaanee

    Abdii Boruutiin   Dhiyoo kana faayidaa addaa naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu ilaalchisee mootummaan Wayyaanee labsii mata dureen isaa…

9 years ago

Oromiyaan yoo walaboomte malee, furmaatni xumuraa Oromoof hin argamu

    Abdii Boruutiin   Namni mata-duree barreeffama kanaa argu, qabiyyee barruu kanaa dubbisuu yoo baatellee, dhaamsi isaa maal ta’uu…

9 years ago

Yaadannoo Warraaqsa Uummata Oromoo

Abdii Boruutiin Akkuma beekamu fi yaadatamu, warraaqsi uummata Oromoo Sadaasa 12 bara 2015 handuura Oromiyaa Jalduu keessatti dhoowee kunoo waggaa…

9 years ago

Ololli Hogganoota fi Miseensota  ABO irratti godhamaa jiru Qabsoo Oromoo fi Misensota  Dhaabicha ni jabeessa malee hin laffisu.

    Diinni baroota dheeradhaf milijena itti dhangalasee karaa bitamtootaa fi gantota qabsoo kana dhabamsiisuu ijibataa ture.Haa tahu malee dhabichis…

9 years ago

Abdii Boruutiin Waayee biyya Itoophiyaa jedhamtu tanaa yoon kaasu, jechaa “Impaayara” jedhamu irraa hanbisee hin beeku. Haa ta’u malee, kufaatii…

9 years ago

Xalayaa Oromummaa: Adda Dimookraatawa Oromoof (ADOf)

Xalayaa Oromummaa: Adda Dimookraatawa Oromoof (ADOf)   Abdii Boruutiin   Duraan dursee nagaan Obbolummaa fi Oromummaa isin haa gahu. Akkuma…

9 years ago

Sochii Uummatni Oromoo itti jiru akka sochii Musiliimota Itoophiyaa sana dhaabbata moo ittifufee jijjiirama tokko fida?

 Abdii Boruutiin   Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf deebii otuu hin barbaadin dura, garaagarummaa fi walfakkeenya sochiilee lamaanii kana…

9 years ago