Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO) akka galii hin geenye gufuu itti ta'uu dhaaf; yoo danda'ame…
Abdii Boruutiin Dhiyoo kana mata duree "Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti, qabsoon hidhannoo hammam abdachiisaa dha?"jedhu jalatti barruu tokko dhiyeessuun kiyya…
Abdii Boruutiin Oromoorraa dhaladheef otuu hin taaane, wanti dhugaa ta'e fi ibsuu barbaadu, uummanni keenya (Oromoon) dhalootaan ykn…
Abdii Boruutiin Seenaa biyyoota gara garaa kan gabrummaa jala turani fi bilisummaa argatan yoo ilaalle, qabsoo bilisummaa isaanii keessatti…
Abdii Boruutiin Qbsoon bilisummaa Oromoo (QBO) barbaachisaa kan ta'e fi ilmaan Oromoo miliyoonaan lakkaawwaman lubbuu isaanii kana keessatti kan…
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barruu kiyya kan har’aa otuun hin jalqabin, duraan dursee gammachuu natti dhaga’amen ibsuu barbaada. Waaqayyo/Rabbi…
Abdii Boruutiin Akkan raadiyoonii sagalee Oromiyaa irraa dhagayetti, tokkummaan jaarmayoota Oromoo sadii: AWDO -Adda Walabummaa Dimokraatummaa Oromiyaa, GABUO - Gumii…
Abdii Boruutiin Akkuma yaadatamu dhiyoo kana Afaan Ingiliziitiin “PANNEL DISCUSSION – What is next for the Oromo people?”…
Abdii Boruutiin Tokkummaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) hoo yoomi? Jalqaba bara kanaa (2010) irratti yeroo oduu gaddisiisaa fi hamilee cabsaa…
Abdii Boruutiin Erga gabrummaa Habashaa jalatti kufee kaasee uummanni Oromoo qabsoo bilisummaa hadhaawaa otuu hin godhin oolee buluu baatus; qabsoo kana…