Abdii boruu

Kennaan, dandeettii fi beekumsi Oromoo kan fedhii saba Oromootiif hin taane ykn hin oolle hiikkaan isaa maali?

    Abdii Boruutiin   Mata duree kanaan barruu kana akkan dhiyeessu kan na taasise, barreeffama dhiyoo kana Obboo Fayyis…

12 years ago

Oromoon eenyummaa ofii dhiisee waan biraatiif dursa hin kennu

    Abdii Boruutiin   Waan yeroo ammaa deemaa jiru yoo hubatne, Oromummaa fi qabsoo bilisummaa Oromoorratti karaalee adda addaatiin…

12 years ago

Dhimmi Oromoo kan dursa argachuu qabu otuu jiruu maaliif dhimmoota biroorratti yeroo keenya fixna?

Abdii Boruutiin   Yeroo ammaa, uummatni Oromoo biyya keessattis ta’ee biyya alaa tokko tokko keessatti rakkoolee hamaadhaan xaxamee otuu jiruu;…

12 years ago

Xalayaa seenaa dhugaa ibsu moo kan Oromummaa diiguuf qophaaye dha?

  Abdii Boruutiin   Mata duree kanaan barreeffama kana akkan dhiyeessu kan na taasise, akka tasaa xalayaa Afaan Amaaraatiin barreessame…

13 years ago

Shirri Habashootni nurratti xaxan yoomuma nuuf gala laata?

Habashootni, tokkummaa ilmaan Oromoo laaffisuuf, qabsoo bilisummaa saba Oromoo dadhabsiisuuf yoo danda’an sirumaa dhabamsiisuuf halkanii guyyaa shira nurrtti hojjechaa akka…

13 years ago

GGO: Sabboonummaan Oromoo maali? Eenyutu Sabboonaa ykn Sabboontuu dha?

    Abdii Boruutiin   Yeroo baay’ee yoo dubbatamu ykn barreeffamu, sabboonummaan Oromoo guddachaa akka dhufe agarsiisa. Dhugaa dhas; galanni…

13 years ago

Manni hidhaa tokko yoo diigame malee deebi’anii keessatti hidhamuun hin hafu

    Abdii Boruutiin   Dubbiin akka mata dureetti dhiyaate kun hiikni isaa mormisiisaa ta’uu mala. Maaliif yoo jedhame, manni…

13 years ago

Xalayaa Oromummaa: Qabsaa’ota Oromoo maraaf

    Abdii Boruutiin     Duraan dursee, nagaan Obbolummaa, Oromummaa fi Sabboonummaa bakka jirtan maratti isin haa gayu.  …

13 years ago

Walhubannoon ABO QC fi ABO Shanee Gumii tokkummaa dhugaatti jijjiiramuu baatnan..

    Abdii Boruu tiin     Haala mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo bar-kurnee lamaan dabranii of duuba garagallee yoo ilaalle,…

13 years ago

Dhaamsa Sooressa Jaarraa Abbaa Gadaa

    Abdii Boruutiin     Dhaadannoon “Qabsaa’an ni kufa, qabsoon itti fufa” jedhamu kun, waanuma barameef akkanatti dubbatama moo…

13 years ago