Yaada

WBO barbadeessanii dhabamsiisuun ni danda’amaa?

Kutaa lammaffaa Berhanu Hundee Barreeffama kutaa tokkoffaa keessatti, dhimma mata duree kanaatiif ka’umsa akka ta’u, seensa ykn dura-dubbii gabaabsee ergan…

6 years ago

WBO barbadeessanii dhabamsiisuun ni danda’amaa?

Kutaa tokkoffaa Berhanu Hundee Mootummootni Habashaa dhufaa dabran hundi isaaniituu waan waloo tokko qabu. Innis oftuuluu, tuffii baay’isuu, aadaa diimookraasii…

6 years ago

WANTI OROMOO GOWWOOMSU MAALI LAATA?

Berhanu Hundee Namni barumsa, beekumsa, dandeettii, mooyxannoo, hubannoo fi kkf hin qabne salphaatti (simply) waan tokkoon gowwoomuu danda’a. Namni waan…

6 years ago

OPDO → ODP → PP: Evolution or Revolution?

- From few captured soldiers to a ruling organization -  Berhanu Hundie Even though it has been stablished to serve…

6 years ago

BAAY’INNI UMMATAA NAMA YAADDESSAA

Baay’inni ummataa nama yaaddessaa Akkamitti baana rakkoo kana keessaa!! Namni maa akka lukkuu ilma hanqaaqaa Guddisuu dadhabee karaa irra maa…

6 years ago

“Duumeeysaa rooba fida – roobaa badhaadha fida,” ja’u.

Ebla 30, 2020 Abbaa Urjii tiin: Kuni gaafajiruu fii jireenyi lammii dhunfata isaanii jala ture, gaafa uumamni(nature) sadoo fii gammachuun…

6 years ago

Warra naa hinhubanneef,xiquma yaadachisuudhaaf!!

======================================Ani Oromoo dha.Oromiyaan bal'oon biyya kooti.Roorroo,Sadoo fi gadadoo Uummata keenya irratti waggoota 150 ol raawwatamaa har'a gahe kana dantaa bubuutuu…

6 years ago

NAANNUMMAA FI BILXIGINNAA

Bilxiginnaan naannummaa akka tooftaa haaraatti as baasuu eegallaan barruun waggaa 14 dura bara 2006 akkuman barnootaaf Ameerikaa dhaqeen dhimma naannummaafi…

6 years ago

(OROMUMMAA fi SABBOONUMMAA) / (ITOOPHIYUMMAA fi AMAARUMMAA)

(ኦሮሞነት እና የኦሮሞ ብሔርተኝነት) / (የኢትዮጵያ ብሔርተኝነት እና አማራነት) Berhanu Hundee Dhimmootni mata dureerratti lakkuu lakkuudhaan garee lamatti bahan kun…

6 years ago

Abiyoot: Mormituun nama buusiidhaan oliif gadi oofu malee deeggarsa hin qabani.

Xumura leenjii Bilxiginnaa irratti MM Abiy Ahmad qaphxiilee armaan gadii dubbatee akka fokkore dhageenye. "Directions (major ones—ቃል በቃል) given by…

6 years ago