Mata duree "Jallaa Mukaa Diriirsuun Osoo Qacalee ti" jedhu jalatti barruu obboo Jawaar barreesse dubbisee jira. Obboo Jawaar fakkeessuu…
I read today that a new Oromo political organization was formed in the U.S. these days, called Oromo Democratic Front…
Tattaaffiin rakkoo qabsoon Oromoo mudatte furuudhaaf akka matayyaattiis tahe akka gurmuutti godhamaa jirtu mara jajjabeessuun barbaachisaadha. Carraaqqiin garasiin godhamtu garuu,…
Politics of power vs the Question of Rights: Reflection on ODF and the fate of Oromia What does this mean…
Abdii Boruutiin Dubbiin akka mata dureetti dhiyaate kun hiikni isaa mormisiisaa ta’uu mala. Maaliif yoo jedhame, manni…
Abdii Boruutiin Duraan dursee, nagaan Obbolummaa, Oromummaa fi Sabboonummaa bakka jirtan maratti isin haa gayu. …
Abdii Boruu tiin Haala mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo bar-kurnee lamaan dabranii of duuba garagallee yoo ilaalle,…
Abdii Boruutiin Dhaadannoon “Qabsaa’an ni kufa, qabsoon itti fufa” jedhamu kun, waanuma barameef akkanatti dubbatama moo…
Abdii Boruutiin Duraan dursee, du’a gooticha keenyaa Obboo Jaarraa Abbaa Gadaa dhagayuu kiyyaaf, akka ilma Oromoo…
Abdii Boruutiin Tokkummaa tokkummaa yaa ilmaan Oromoo tokkummaa,...jedhanii artistoonni keenya yoo weellisan;Tokkummaan humna! jedhamee yoo dhaadatamu; tokummaan barbaachisaa qofaa otuu hin…