Yaada

Hogbarruun Afaan Oromoo sadarkaa maaliirra jira?

    Abdii Boruutiin     Har’a dhimmi Oromoo kamiiyyuu, seenaas ta’ee aadaan; Afaanis ta’ee wanti biraa dhimma siyaasaa ti…

13 years ago

Kan dabrerraa haa barannu!!

    Abdii Boruutiin     Waan ta’e fi dalagamee dabre ofduuba garagalanii ilaaluu fi hubachuudhaan, kan dabrerraa barachuun, waan…

13 years ago

Dhimmi siyaasaa Oromoo bara baraan tarkaanfii tokko gara fuulduraatti..

Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barruu kana akkan dhiyeessu kan na taasise, barreeffama dhiyoo kana mata duree“የኦሮሞ ፖለቲካ ጉዳይ” Ya Oromo politiikaa guddaay…

13 years ago

Qabsoon bilisummaa Oromoo garamitti deemaa jira?

  Abdii Boruutiin Dubbistootni barruu kanaa waayee kana hin beekan yookaanis isaaniif kun haaraa dha jedhee otuu hin taane, barreeffama…

13 years ago

Ayyaanni Irreessaa (Irreechaa) mallattoo Oromummaa waan ta’eef, bakkee hundattuu bal’inaan..

    Abdii Boruutiin     Waayeen Irreessaa (Irreechaa) yoo ka’u, beekaniis ta’ee otuu hin beekin namootni baay’een amantii wajjin…

13 years ago

Qabsoo Bilisumaa Oromoo bara 1991 duraa fi sana boodaa

    Abdii Boruutiin     Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) kan eegale, biyyi teenya Oromiyaan Minilikiin weeraramtee; erga uummatni ykn…

13 years ago

Qabsoo bilisummaa ti moo qabsoo taayitaatu godhamaa jiraa?

    Abdii Boruutiin     Barreeffama mata-duree “QBO: Ammaas carraan biraa akka nu hin dabarre” jedhu keessatti, yaada fi…

13 years ago

Namni tokko du’a diina isaatti ni gammada malee hin gaddu

    Abdii Boruutiin     Mata duree kanaan barreeffama gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na taasise. Du’a abbaa-irree Mallasaa…

13 years ago

QBO: Ammas carraan biraa akka nu hin dabarre!!

    Abdii Boruutiin   Haa turu haa daddafu malee, hammuma fedhee humna jabaa qabaatus, kufaatiin mootummaa cunqursaa fi abbaa-irree…

13 years ago

Rakkooleen mooraa QBO keessa jiran, yoom furmaata argatanii xumuru laata?

    Abdii Boruutiin   Qabsoo bilisummaa saba tokkootti, keessa fi alaan rakkoolee fi gufuuleen adda addaa heddoomuun waan haaraa…

13 years ago