Yaada

Fira jennee walitti hin dhiyaannu, diina jennee walirraa hin fagaannu, waayeen keenya kun maali?

Abdii Boruutiin Oromoon yoo mammaaku: “Ibidda fira jedhanii itti hin siqan ykn harkaan hin qaban, waan nama gubuufi; diina jedhanii irraa…

13 years ago

Uummata Oromoo hidhuu fi ajjeesuun qabsoo bilisummaa uummatichaa dhaabuu hin danda’u

  Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashaa jalatti kufee kaasee hamma har’aatti, hidhaa fi ajjeechaan uummta keenyarra ga’an dhaabbatanii…

13 years ago

Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) keessa maaltu adeemaa jiraa?

Abdii Boruutiin Yeroo ammaa, yoomiyyuu caalaa, diinni kan xiyyeeffachaa jiru dhaabota (dhaabilee) ykn jaarmayoota Oromoo, kan isaan morman, qofaatti otuu…

13 years ago

Qaama rakkoo ta’uu dhiisanii, qaama furmaataa ta’uun dirqama Oromoo hundaa ta’uu qaba

    Abdii Boruutiin     Mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) keessatti, yeroo ammaa, yaadni adeemsa siyaasaa karaa lamaan akka…

13 years ago

Dafanii bilisummaa argachuuf, karaa kamtu nu baasa? jedhanii of gaafachuun yoomiyyuu ..

    Abdii Boruutiin     Warraaqsa uummataa, kan Aafrikaa kaabaatti jalqabee gara biyyoota jiddugaleessa bahaatti deemaa jiru, ilaalchisee yeroo…

13 years ago

Uummata biratti argamanii fincilaaf (warraaqsaafi) kakaasuu dha malee…

Abdii Boruutiin Warraaqsi uummataa yookaanis fincilli diddaa roorroo addunyaa kanarratti sochii bifa haaraa ta’aa waan jiru ykn ta’uuf waan deemu…

13 years ago

Jijjiirama fiduuf tokkoomanii ciminaan hojjechuu dha malee, taa’anii jijjiirama eeguun homaa hin fidu

  Abdii Boruutiin Akkuma meediyaalee gara garaarratti argamu fi dhaga'amu, obsi uummataa daangaa dabree; abbaa irreerratti warraaqsa godhuuf sochiin uummatoota…

13 years ago

Qaanqee qabsoo bilisummaa uummata bal’aa humni kamiiyyuu dhaamsuu hin danda’u

  Abdii Boruutiin Haalli addunyaa kanaa yeroo dhaa yerootti jijjiiramaa waan deemuuf, qabsoo bilisummaa uummata tokkoo daddafsiisee kan biraa ammoo…

13 years ago

Barri 2011 fi bar-kurneen jalqabu uummata Oromootiif jijjiirama maal fiduu laata?

  Abdii Boruutiin Barri tokko dhumee ykn xumuramee barri haaraan yoo jalqabu namootni keessumaayuu faranjootni bara dabre hubachuu fi waa…

13 years ago

Tokkummaan ykn tumsi humnoota Oromoo, mooraa QBO keessatti, maaliif barbaachisaa ta’a?

Abdii Boruutiin Dhimma tokkummaa kanarratti yeroo baay'ee waan irratti dubbatame fi barreeffameef, waayee kana irra deebi'ee kaasee dubbistoota barruu kiyyaa…

13 years ago