Yaada

Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessa, garaagarummaa ilaalcha fi karaa ti moo, garaagarummaan kaayyoos jira?

    Abdii Boruutiin     Gaafii akka mata dureetti dhiyeesse kanaaf deebii otuu hin barbaadin dura, gaafii waliigalaa tokko kaasuun barbaachisaa…

13 years ago

Afaan Oromoo dur hacuuccaa diinaatu duubatti isa hanbise, har’a hoo maaltu duubatti isa hanbisa?

    Abdii Boruutiin     Akkuma beekamu, Afaan Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol hacuuccaa ykn cunqursa diinaa jala waan tureef;…

13 years ago

Uummatni wal shakku fi wal hin amanne wajjin (waliin) deemee galii tokko ga’uu hin danda’u

Abdii Boruutiin Haala qabsoon bilisummaa Oromoo (QBO) har’a keessa jiru fi waan hawaasota Oromoo keessatti mumul’atan tokko tokko yoon hubadhu,…

13 years ago

Tokkummaan bilisa baasota Oromoo hundaa hin hammatne, tokkummaa bilisummaa fidu ta’uu hin danda’u

Abdii Boruutiin Namni tokko diina isaa wajjin wal'aansoo yoo godhu, diina sana injifachuu kan danda'u humna diinaa caalaa cimaa kan…

13 years ago

Gadaan gadaa araaraa, waliigaltee fi tokkummaa ti – Tokkummaan hunda hammatus itti aaneee..

Abdii Boruutiin Xumura Ayyaana Irreechaa bara 2010 irratti oduu gaarii fi gammachiisaa nu dhageessisuu Isaatiif Waaqayyo/Rabbi galanni haa gahu. Tokkummaa…

13 years ago

Yaamicha tokkummaatiif owwaachuu fi qabsoo hidhannoo cimsuun yoomiyyuu…

Abdii Boruutiin Uummanni Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol gabrummaa Habashaa jala turani fi ammas jirani illee, gabrummaan uummanni keenya har’a bar-kurnee…

13 years ago

Hamma (hanga) yaadni Itiyoophiyaa takka jedhu sammuu keessa jirutti..

    Abdii Boruutiin   Mata duree kanaan barruu kana akkan qopheessu kan godhan sababoonni gara garaa jiraatani illee, sababoota…

13 years ago

Gandummaa, Naannummaa, Amantii fi Oromummaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti

    Abdii Boruutiin     Waayeen kun afran: gandummaa, naanummaa, amantii fi Oromummaan qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti gahee maal…

13 years ago

Marii xumura hin qabne dha moo waan furmaata fi bu’aa fidu ta’ina laata?

    Abdii Boruutiin     Dhimmoonni lamaan “paradigm shift” fi “All-Inclusive-Alliance” ajandaa marii yeroo ammaa ta’anii akka jalqabamanitti amma…

13 years ago

Qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti hogganummaan dargaggootaa fi dubartootaa murteessaa dha

    Abdii Boruutiin     Biyyoota diinagdee fi teeknoolojii dhaan hin guddatin fi biyyoota dhiibbaan amantii dubartoota irratti godhamu…

13 years ago