Yaada

Kaayyoon Oromoo bilisummaa fi abbaabiyyummaa dhabe deebisee argachuuf malee..

    Abdii Boruutiin Oromoorraa dhaladheef otuu hin taaane, wanti dhugaa ta'e fi ibsuu barbaadu, uummanni keenya (Oromoon) dhalootaan ykn…

13 years ago

Qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti, qabsoon hidhannoo hammam abdachiisaa dha?

Abdii Boruutiin    Seenaa biyyoota gara garaa kan gabrummaa jala turani fi bilisummaa argatan yoo ilaalle, qabsoo bilisummaa isaanii keessatti…

13 years ago

Tokkummaan uummanni Oromoo barbaadu tokkummaa dirqamaa kan kaayyoo tokkorratti bu’ureeffamu dha

   Abdii Boruutiin Qbsoon bilisummaa Oromoo (QBO) barbaachisaa kan ta'e fi ilmaan Oromoo miliyoonaan lakkaawwaman lubbuu isaanii kana keessatti kan…

13 years ago

Oromummaan kan walii fi dura dhufu yoo ta’u, amantiin garuu kan dhuunfaa fi booda dhufu dha

Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barruu kiyya kan har’aa otuun hin jalqabin, duraan dursee gammachuu natti dhaga’amen ibsuu barbaada. Waaqayyo/Rabbi…

13 years ago

Yoo ijoolleen isaa waliigalan, Oromoon akka dafee bilisoomu mamiin ykn shakkiin hin jiru

Abdii Boruutiin Akkan raadiyoonii sagalee Oromiyaa irraa dhagayetti, tokkummaan jaarmayoota Oromoo sadii: AWDO -Adda Walabummaa Dimokraatummaa Oromiyaa, GABUO - Gumii…

13 years ago

Egereen uummata Oromoo maali?

    Abdii Boruutiin Akkuma yaadatamu dhiyoo kana Afaan Ingiliziitiin “PANNEL DISCUSSION – What is next for the Oromo people?”…

13 years ago

Dhagayaa ilmaan Oromoo yaamicha Tokkummaa Kana furmanni keenya yeroon isaas ammaa

Abdii Boruutiin Tokkummaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) hoo yoomi? Jalqaba bara kanaa (2010) irratti yeroo oduu gaddisiisaa fi hamilee cabsaa…

13 years ago

Bar-kurneen dhufu uummata Oromootiif maal fida laata?

Abdii Boruutiin    Erga gabrummaa Habashaa jalatti kufee kaasee uummanni Oromoo qabsoo bilisummaa hadhaawaa otuu hin godhin oolee buluu baatus; qabsoo kana…

13 years ago

Walabummaa dura fi walabummaa booda

    Abdii Boruutiin Jaarmayoonni bilisa baasaan keenya maal jedhu?  Kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) ilaalchisee yeroo ammaa intarneeta irratti…

13 years ago

Walittibaqinsa, Tokkummaa, Tumsa (Waa Taa Taa) – kutaa lammaffaa

  Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa:  Gayeen ULFO sarana maali? Egereen isaa hoo?  Mata duree Waa Taa Taa kana jalatti kutaa duraa…

13 years ago