Yaada

Afaan Oromoo Eessaa Karam?

Marii dhimma dagaagina Afaan Oromoo Yuunvarsiitii Finfinnee keessatti har'a taasifameen Akkaadaamii Afaan Oromoo hundeessuun barbaachisaa ta'uun himame. Guyyaa har'aa (23/5/2011)…

7 years ago

Institutionalized destruction versus desire towards democratization and rule of law

  By Dr.Baro Heno Deressa In the end we will remember not the words of our enemies, but the silence…

7 years ago

Ijoon dubbii Obbo Ararsoo Biqiilaa godhan keessaa qabxiiwwan shan jala muruun barbaada.

Nagaa Buusuuf Carraa Dhumaa Addi Bilisummaa Oromoo (ABO-SG), Amajjii 20, 2019 waraanii dhaabichaa kan gaara jiru hundaaf, bosoona keessa ba’ee…

7 years ago

“Fardi Biraan nama gaha malee hin woraanu!” jedha Oromoon.

Oromoon Marsaa itti aanutti Tarkaanfachuu qaba. - DUBBISAA - #Share godhaa waliif dabarsaa ******************************************************** "Fardi Biraan nama gaha malee hin…

7 years ago

Jecha Shanee jedhu eessaa maddeef, eenyutu bu’uureessee ka jedhu baruu feetuu? Barruu kana dubbisaa!

Wagoota 10’f Shaneen Jecha Tuffii Ture; Bara ODP kana Ammoo Shaneen Meeshaa Ittiin Oromoo Hal-Diinan Taheera! Guduunfaa: Kanaan dura, seenaa…

7 years ago

Shaaneen yeroo dhumaatiif siyaasa Oromoo keessaa dhabamuu qabdi.!

Barreeffama Prof Ezekiel Gebissa fi Jawar Mohammed haala siyaasa Oromoof Itoophiyaa ilaalchisee tibba kana barreessaniin: Shanee akka waan ABO taatetti…

7 years ago

Karaa Lama: Tokko qajeelaa kuun boolla

  Haala amma irra geenyeen siyaasaan Oromoo fi biyya sanii karaa dhanquu irratti deebitee jirti. Karaan tokko, kan amma qabanne…

7 years ago

Shororkeessummaan siyaasa keessatti dhima tokkollee baasee hinbeeku.

Qilee irraa asdeebi’aa (Ezekiel Gebissa irraa) Shororkeessummaan siyaasa keessatti dhima tokkollee baasee hinbeeku. Biyya keenyattis baratamuu hinqabu. Kanaafuu, Dr Dalasaa…

7 years ago

Dallaan diinummaa Oromoo gidduutti deebi’ee ijaaramee?

  Lammii Beenyaa Baatii sadan har’aa Finfinneen gammachuu keessa turte. Seenaa Oromoo keessatti ta’ee kan hin beekne Oromoon miliyoon jahaa…

7 years ago