Yaada

Baankiin Lafaa Maali….,  Kan Eenyuti…..,Eenyutu Hooggana….?

Baarentuu Gadaa Irraa// Uummanni Oromoo erga gabrummaa jalatti kufee oolee buluu kan quba hin qabne hin jiru. Yakkoonni gara garaas…

9 years ago

Tartiiba Qubee Afaan Oromoo jijjiiruun waan boba’aa jirurratti boba’aa dabaluu dha

    Abdii Boruutiin     Kaayyoon Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) fi warraaqsi biyya keessatti akka ibiddaa boba’aa jiru injifannoolee…

9 years ago

Xumura hoggonoota OPDO

Hasan Alii, Almaaz Makkoo, Dr. Nagaasoo Gidaadaa,Junaddii  Saaddoo, Abbaa Duulaa Gammadaa, Bakar Shaalee, Lammaa Magarsaa….Abaate Kishoo, Yaaragaal Ayishashum…fi ….Xumura Isaanii!…

9 years ago

Abbootiin Irree  Odoo Dhaadatanuu Hallayyaa Bu’u !

  Baarentuu Gadaa Irraa// gessogeda@gmail.com Abbootin irree baayyeen osoo dhaadatanuu, osoo gaafii ummataa qixa sirriin deebisuurra humnaan ukkaamsuun bara bittaa dheereeffachuuf carraaqanu…

9 years ago

Wallagga against Arsi; Our enemy’s last attempt to weaken the Oromo liberation movement

 By Rundassa Asheetee Hundee Recently, as I scanned through some Facebook pages, I came across the unwise chattering of uneducated…

9 years ago

Ummata Oromoo Godina Harge Baha fi Lixaarraa  Buqqifamanii Idoo Gara Garaa Qubsiifamanii Rakkoo Adda Addaaf Saaxilamaniif  Gadduun, Hidhii Xuuxuun Furmaata Hin Ta’u.

Baarentuu Gadaa Irraa// Abbaa irree qawween nama fixu, hidhuu fi dararu akkasumas  abbaa biyyaa afaan qabee saamu aariin keenya aangoo…

9 years ago

Hidhaa, Ajjeechaa fi Saamicha Bu’aa Caamsaa 20

Baarentuu Gadaa Irraa Wayyaaneen waggaa- waggaan  Caamsaa 20ni guyyaa bilisummaati, walqixummaa fi dimookiraasiin saboota itti dhugoome jettee erga sirbitee humnaan…

9 years ago

Yaa’ii Hoggansa Oromoo (OLC) fi Gumii Oromiyaa Addunyaa (GGO)

Lamaanuu Oromoo dha, lamaanuu Oromoof, lamaanuu Oromoon uumaman: Rakkoon jiru maali? Abdii Boruutiin Akkuma beekamu fi namuu hubachuu danda’u yeroo…

9 years ago

SHIRRI QABSOO OROMOO GALMA GAHUU HANQISE DHALOOTA QUBEETIIN GOOLABAMUU QABA!

(Ija gandummaatiin osoo hin tahin ija oromummaatiin dubbisii, waliif dabarsi) (Saphaloo Kadiir irraa) Galma hanqachuu qabsoo Oromoo tan dabare keessaa…

9 years ago

Lafti Kan Ummataati Moo? Kan Mootummaati?

Xiinxalan Abduljebar Hussien Abbaan qabeenyaa lafaa magalaa fi baadiyyaa mootummaa fi ummata akka ta’e fi lafti qabeenya waliinii saboota ,sablamoota…

9 years ago