Yaada

OPDO failed once again to answer the legitimate demands of the Oromo people!

  The Central Committee of OPDO, the party that represents the ruling EPRDF and the Federal government in Oromia, just…

10 years ago

Hamma mootummaan mirgaaf dantaa ummata Oromoo kabajee kabachiisu jaaramutti qabsoo isaa itti fufuu qaba.

Dhugaan Oromoo tola OPDOtiin osoo hin taane wareegama ilmaan isaatin baate; mirga abbaa biyyumaa guutus falmaan malee tolaan hin argatu…

10 years ago

Decades Worth Of Fear Has Turned Into Anger In Ethiopia

(EthioMedia) — As protests in the Oromia region intensify, TPLF has turned to its security forces once again to silence…

10 years ago

Yoomii as OPDO’n murtii laachuu jalqabde?

(Obsaan dubbisii xumuri, 'share' godhii dabarsi) (By: Saphaloo Kadiir) OPDO sammuutu gara gale moo, moo rafteeti bursusa haasawaa jirti dhiiroo?…

10 years ago

Labsi OPDO ‘karoorri Master Plaaniin guutummaa guutuutti haqameera’ jedhu seenaa Wayyaanee waggaa 24 keessatti injifannoo ummata Oromoo isa duraa ti!

  Fincilli ummanni Oromoo lubbuu isaa kitimee baatii lamaaf odoo wal irraa hin kunne geggeesse kunoo injifannoo isa duraa mootummaa…

10 years ago

“Haala Yeroo Irratti Odeessa Waliigalaa”

  Dammaqiinsa har'a sabni oromoo irra gahee jiruuf sababni bara 1973 tti uumama ABO tahuuf homaa shakkiin hin jirtu. ABO…

10 years ago

Maal nuuf Wayyaa?

MAAL NUUF WAYYAA? Oromo !!! 1. Guyyaa guyyaatti dhangala'uu qeerroofi qarreewwan keenyaa dhagahaa oolla? (Suuraafi dhiigni roobe nu warra lubbuun…

10 years ago

TPLF governance is unequivocally becoming ethnic apartheid in political, economic, etc. fronts.

..."The key government actors under the TPLF-led are irredeemably greedy, corrupt and captured by rent seekers and economies of personal…

10 years ago

Yoomuu Caalaa – Yaroon Amma! (Oromoota Diinaa Waliin Jiraniif)

Abbaa Urjiitiin Hawaasni dadhabaan jabaa ollaa qubatu ykniis kan halaalaa itti dhufuun injifatamuun kan Oromiyaa tiin hin jalqabamne. Seenaa jabaan…

10 years ago

XIINXALA GABAABAA HAALA AMMA KEESSA JIRRUUFI FUULADURAA!

  Hunduma keenya biratti akkuma beekamu yeroo ammaa kana quuqamtoonni Oromoo yeroo dhumaaf garbummaa seenaa gochuuf hojiirra jira!. Addumatti galata…

10 years ago