Yaada

The Current Oromo Protest Movement: The Beacon of Freedom and Egalitarian Democracy for All Tigrayan Colonial Subjects

By Asafa Jalata (Prof.)* The current Oromia-wide protest movement, that is led by Oromo school children and supported by their…

10 years ago

MURTII GAMTAA AWROOPPAA (EU) IRRAA OROMOON MAAL EEGGATA?

  (Dura obsaan dubbisaa xumuraa, eegas ammoo 'Share' godhuun dabarsaa) (Saphaloo Kadiiriin) Akkuma beekkamu gamtaan Awrooppaa (EU) dhimma fincila Itoophiyaa…

10 years ago

TOOFTAAFI TARKAANFII YEROO AMMAA ILMAAN OROMOOTIIN FUDHATAMUU QABAN MURAASA:

  (Yaada kana ni deeggartu taanaan 'Share' godhuun dabarsaa) Barreessaan: Saphaloo Kadiir Akkuma beekkamu tooftaafi mala wal fakkaataa fayyadamuun gamtummaa…

10 years ago

AMMAAN BOODA JIRAA OROMOO DHIISITII DU’AAN OROMOOLLEE HARQOOTA GABRUMMAA HIN BAATU

Taammanaa Bitimaa irraa Kunoo, amma bara moofaa keessaa gara bara haaraatti dabarree jirra. Barri dabre kun, barri 2015 bara Oromooti…

10 years ago

Motummaan wayyaanee yo kufee namni isaa boyuu tokkolleen hin jiru jedhu keysa beytonni haala motummaa wayyaane .

  Barreyfama armaan gadii kana keysatti Qunnamtii Motummaa ethiopia fi biyyota ollaa isii jiddu jirtu waliin yaalu yaalla hordoffiin keysan…

10 years ago

Oromiyaa fii Algeeriyaa Madaala Seenaa Gabrummaa fii Wal’aansoo Bilisuummaa

  Haalli dhiheenya kana Oromiyaa keessatti deemaa jiru onnee ummataa keessatti abdii bilisummaa tan Wayyaanee keessatti naasuu guddoo uumee jira.…

10 years ago

Fincila Diddaa Gabrummaa dhuma 2015

Biyyaa fi Qabeenya humnaan sarbame Oromoon humnumaan deffata. Oromoo irratti sanyii daguuggaa, Oromiyaa samuu fi mancaasun kan eegale minilik irraa…

10 years ago

TOOFTAA HOJJATTOONNI MOOTUMMAA QABSOO KEESSATTI HIRMAACHUU DANDA’AN

  Ilmaan Oromoo hedduun daa'immaan guddifachuuf jecha osoo hin fedhin mootummaa kanaan mindeeffamanii hojjachaa jiraachuun ni beekama.Maddi galii isaanii mootummaa…

10 years ago

Hoogganoota moo Hoongayoota?  Leaders or Loosers?

        Hundeen bu’urayuu dhaabota siyaasaa angoo siyaasaa dhuunffachuufi ta’ullee kan soboota gabrummaa jalatti kufanii ammoo ummaticha gabrummaa jalaa baasu kan…

10 years ago

Fundamental differences – The case of Oromia versus Ethiopia

By Yaadasaa Dafaa This article is dedicated to the memories of all our vibrant heroic Oromo gallant vanguards who selflessly…

10 years ago