Yaada

Biyya Arabaa, Ruuzii fi Oromoo

Solomon Ungashe *************************************** Dursee iccitii tokkon isinitti himaa dabarsitanii ormatti hin himinaa. Iccitichi kunooti: Ani Facebook fayyadamuu hedduun jaalladha. Maaliif…

11 years ago

ABO – AWO – Jijjiirama – ADO – KWO – ???  fi  THBO

  Qabsaa’otni fi jaarmayootni Oromoo eessaa ka’anii eessa jiru? Garamitt (karamitti) deemaas jiru? Abdii Boruutiin Otuu gara dhimma mata-duree kanaatti…

11 years ago

Sab-quunnamtii Uummataa (Media) fi Oromoo

Utubaa Lammii Faayidaan sab-quunnamtii (mass media) madda odeeffannooti. Odeeffannoon ammoo haala jireenya namaa keessatti har’a addunyudhuma walii galaa keessattuu haallewwan…

11 years ago

Hojiin Miidiyaalee Oromoo Harka Tokkoon Ijaaraa Harka Kaaniin Diiguu Akka Hin Taane! (Miidiyaalee Oromoo Hundaaf)

Carraa guddinni ‘technology’ yeroo ammaa argamsiise irraa Miidiyaaleen Oromoo muraasni kan dhimma Oromoo tajaajiluu irratti hundeeffaman horatamuun waan nama gammachiisaa…

11 years ago

Garaagarummaa AFD fi PAFD

Gara dhimma mata-duree kanaatti otuu hin seenin dura, jechootni lamaan AFD fi PAFD Afaan Ingiliziitiin (AFD = Alliance for Freedom…

11 years ago

No Need of More Years in Asmara for OLF leadership Under Eritro-Neftegna Descendants’ Deplorable Stranglehold!

By Argan Beeko Call me ‘Argan Beeko’ for the time being and my apologies for my failure to mention my…

11 years ago

Sakaallaan Moraa Qabsoo Bilisuummaa Oromoo Kessaa Cituutti Jira

Wiirtuu Lammeessaa irraa Addi Biliisummaa Oromon (ABO) buu’uurfama isaa irraa kaasee, bu’aa ba’ii dararaa irraa agaggamee sadarkaa haar’aa kana irra…

11 years ago

ABOn jabaatu malee Carraan Oromoon qabu kan ‘native’ warra USA fii Canada ala hinta’u.

Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame…

11 years ago

Uummatni Oromoo, hanga yoomiitti gadadoo keessa jiraata?

Abdii Boruutiin Uummatni ykn sabni gabrummaa keessa jiru yoomiyyuu jiruu fi jireenya gaarii qabaachuu baatullee, haalli uummatni keenya, uummatni Oromoo…

11 years ago