Yaada

HIN CALLISINAA!

Birbirsa Gooroo irraa “Oggaa ormi qabeenya abbaa keetii saame, atis waliin saami.” mammaaksi jedhu kan Oromooti: warri jettan as bahaatii…

11 years ago

Bineensi Bineessuma!

Baarentuu Gadaa Irraa Bineessi ykn waraabechi maqaa akkamiituu baafatu, maqaan akkamiituu itti mogga’u bineessuma! Haala kam keessattuu bineessi bineessummaa isaa…

11 years ago

Bu’aan Obaamaan Toophiyaa dhaquuf maali?

Oromo girls for Oromo boys ,do not mix habasha! Ani gama kiyyaan Mr. Obaamaan waa 9 kanaaf itoophiyaa dhufaa jiran…

11 years ago

Seenaa darbe  irraa maal baratne? Keessaa iyyuu kan MQBO. Keessatti Oromoo mudate

  Imala  qabsoo bilisummaaf godhamu keessatti bu’aa fi ba’ii hedduutu nama mudata .kana jechuun galii tokko yoo qabatan illee adeemsa…

11 years ago

Ummata Oromootu hooggantoota dhaabbilee siyaasaa akka tokkooman  kadhachuu qabamoo, hooggantoota dhaabbilee siyaasaa Oromootu tokkummaaf ummata Oromoo kadhachuu qaba?

  ……. Kutaa lammaffaa Barreefama kiyya kutaa tokkoffaa keessatti dhimma waamaicha tokkummaa ilmaan oromiyaa ilaalchisuun, waanuma natti muldhatee fi ittiin…

11 years ago

Haqa Falmachuuf Dirqama Qabna!!

Kadiro Elemotiin Yaa obboleeyyan, nagayaa qabdu? Mammaksa Soomaalii kan Muummichi Ministeera Toophiyaa durii jedhu yaadattu, “Wushochu yichowallu, gimelu gizowun qetilewal?”…

11 years ago

Dhufaatii Obaamaa fi waan Obaamaan fidee dhufu

Bilisumma Biyyaaf Kan Oromoo Obaamaan nama kabajamaa dha keessumaa warra lixaa biratti.Egaa obbo Obaamaanis qe’ee dhufnee isin ilaalla erga jedhanii…

11 years ago

TPLF’s sham, fake and Scandalous election results

Ethiopian People's Revolutionary Democratic Front (EPRDF) led by Tigrayan People's Liberation Front (TPLF) have stolen democracy, money, votes, and liberty…

11 years ago

“Oromiyaan yoo Bilisoomte OPDO maaltu itti hir’ataa?

Hawwii Sanyii Leencaa Opdon akka wayyaaneen faayidaa qofaaf jettee isaan barbaaddu maa beekuu dadhabanii laataa? Utuu dhuguma Opdo akka dhaabaatti…

11 years ago

Principle: TPLF vs OLF

By Yaadasaa Dafa The World Wikipedia explains “principle” as: : a moral rule or belief that helps you know what…

11 years ago