Yaada

Dimookraasii, Filannoo fi Angoo Siyaasaa Maaliif Barbaachisa?

------------------------------------------------------------------------------------------------- ------------------------------------------------------------------------------------------------- ‘’Garaagarummaa ilaalchaa mormuun uumaa rabbii mormuu dha’’ .................................................................................................. Mootummoonni Abbaa irree misooma fiduun rakkisaa dha: ------------------------------------------------------------------------------------- ------------------------------------------------------------------------------------- Namoonni…

11 years ago

Gurmeessuun namoonni akka waa waliin hojjatan walitti fiduudha…….

GURMEESSUU YKN IJAARUU ( ORGANIZING ) Humni namoota hedduu yoo wal ta'ee hojjate jijjirraa fiduudhaf gahaa yoo ta'u namni tokko…

11 years ago

Oromoo fi Oromummaan Haadursu!

Abdii Gemechu   Rakkoon tokko tokko OMN keessa akka jiru erga gurra nu buutee bubbultee jirti. Rakkoo hanga tokkos nu…

11 years ago

Amma maalin jedha maaluman dubbadha Dubbiin gara galtee tam irraa qabadha?

Arra maalin dhagahe maaltu maal ta'e? Mataan na oowwee garaan na boba'ee Obseen dadhabee imimmaan harca'ee Teenya tun na dhibdee…

11 years ago

Qabsoon Bilisummaa Oromoo garamitti deemaa jirti?

Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashoota jalatti kufee kaasee hanga har’aatti qabsoon bilisummaa saba Oromoo bu’aa bayii meeqa keessa…

11 years ago

Akka sabaatti ijaaramnee,oromummaa fi Oromoo duwwaa abdannee, gooboo garee fi maqaa qabsoon daldaaltuu, hundeen diiguu qabna.

  ….kutaa sadaffaaf xumuraa. Mata duree kana jalatti bareefama kutaa lamaan qoodee dhiyeessuu kiyya ni yaadatama. Kutaa lammaffaa jalatti rakkoolee…

11 years ago

Miidiyaan jiraates jiraachuu baates,namni jiraates jiraachuu baates dhugaan uummata Oromoo yoom iyyuu hin dhokatu

Seenaa Abdissa Hmmmm......bullee kaanee waanuma Abdii nama kutachiisu dhageenya yaa Lammii!!! yeroo Miidiyaaleen Addunyaa Badii tokko malee Ajjeefamuu,Hidhamuu fi Dararamuu…

11 years ago

Akka sabaatti ijaaramnee,oromummaa fi Oromoo duwwaa abdannee, gooboo garee fi maqaa qabsoon daldaaltuu, hundeen diiguu qabna.

………Kutaa lammaffaa Barreefama kiyya kutaa tokkoffaa keessatti, dhaabbileen siyaasa Oromoo, dhimmoota irratti garaa garummaa qabanii fi waantota irratti waliin hojachuu…

11 years ago

Baraatu Bara Milkiitii Bahaa Falmadhaa!

Jiituu Lammii, Sadaasa 4, 2014 Barri 1998, bara Afaan Oromoo yeroo jalqabaatiif qormaata biyyoolessaaf dhiyaate ta’uun  bu’aalee dhiigni ilmaan Oromoo…

11 years ago

Seerri barreeffama Afaan Oromoo biyya keessaa fi alatti daandii garaagarummaa calaqqisu lama qabatee dagaagaa jiraachuu

(Waggaa 20ffaa hojii irra ooluu Qubee sababfachuun kitaaba kiyya hin maxxanfamin ‘HARKATU HARKA DHIQA’ jedhu keessaa kan dubbisaaf dhihaate) Boruu…

11 years ago