Akkuma beekamu yeroon isaa yeroo Irreechaa ti. Ayyaana kana yeroo kabajnu hundumaa dhugaa dagachuu hin qabne jabaa tokkotu jira. Irreecha…
Garee inni tokkoffaa Oduu-ololaan wal-faalee firaa diina wallallee Garaagarummaa yaadaa adda addummaa siyaasaa diinummatti lakkaa’ee abaaree wal-akaa’ee Shiraa laf-jala…
Qophiin: Urjii Ahmad Ayyaannii Irrechaa Maali?Irrecha jechuun Hikkaan Isaa gabbaruu ykn Ibaadaa godhuu jechuudha.Hikkaa Isaa kanarraa wanni hubannu Ayyaanni kun…
Seenaa Abdiisaa irra: Lafti gaanfa Aafrikaa keessatti Oromoon irra tamsa’ee qubatee jiru Oromiyaa jedhamti. Oromiyaan biyya Oromooti. Biyyi kun…
Guyyaa: 09/19/2014 Duraan dursee barreeffama gabaabaa kana akkan dhiheessuu kan nataasise yeroo ammaa kaana vedio Obbo Daniel Dafaa Dr. Mararaa…
Abdii Boruutiin Gaafii akka mata-dureetti dhiyeesse kanarratti yaada kiyya otuu hin ibsin dura waa lama galateeffachuun barbaada. Inni…
By Alemu Hurissa There is no question about how much freedom and justice are important for an individual, a…
Qabsoon hawaasa muslimaa <koreen teenya hidhamuu isaaniitin> jalqabamee? Barreeysaa: Mahfuuz (Harargee D irraa) Qabsoon hawaasa muslimaa qabsoo bara dheeraati. bara…