Yaada

Waggaa 50 OAU-AU Wayyaanee ‘Rafrafeenna >Titanic’

Jajjaboo Sabaatiin Gurmuun gabroonfataa /Cunqursaa/ yoo maraa haguma haaganaan “RAFRAFEENAA” dhufuu bultii baafata. Wayyaaneen akkuma sirna gabroonfataa/cunqursaa biraa akka qawween…

13 years ago

BOOMBAA FII HINAAFTUU HUNDAAF

Urjii Ahmad Nama Osoo hin Beyne akka boombaatti afaan banurra, Boombiitu irra wayya. Sheekh Dr. Muhammad Rashaad Abdullee Gaafa jirus…

13 years ago

We will be broadcasting the inaugural of Jaaraa Abba Gadaa foundation and memorial service live at

We will be broadcasting the inaugural of Jaaraa Abba Gadaa foundation and memorial service live at: http://ustre.am/YJoF - check it…

13 years ago

Dr. Muhammad Rashad Abdulle, eminent Oromo scholar and linguist, dies at 79

by Mohammed Ademo Dr. Sheikh Muhammad Rashad Abdulle, a noted Oromo scholar, expert in Oromo and Somali languages and researcher…

13 years ago

Waggaa meeqa guutuu itti ifaajanii Afaan Oromootti qur’aana hiikanii Sagalee qulqulluun gurra nu buusani

Silaa addunyaan mana keenyaa mitii Manni dhugaa kan du'a boodaati Duuti waa hin haftu hundumatti dhufti Arra kunoo dhabne aalimticha…

13 years ago

Xalayaa seenaa dhugaa ibsu moo kan Oromummaa diiguuf qophaaye dha?

  Abdii Boruutiin   Mata duree kanaan barreeffama kana akkan dhiyeessu kan na taasise, akka tasaa xalayaa Afaan Amaaraatiin barreessame…

13 years ago

Shirri Habashootni nurratti xaxan yoomuma nuuf gala laata?

Habashootni, tokkummaa ilmaan Oromoo laaffisuuf, qabsoo bilisummaa saba Oromoo dadhabsiisuuf yoo danda’an sirumaa dhabamsiisuuf halkanii guyyaa shira nurrtti hojjechaa akka…

13 years ago

Ethiopian Federal Police Assist in the Ethnic Cleansing of East Hararge Zone, Oromiya

By Jilcha Hamid It has been 5 months since the Liyu Police, security forces in the Somali Region entered the…

13 years ago

” Kaayyoon keenya Toophiyaa biyya sab-daneessatti jijjiiruudha”

Hogganaan ADO Obbo Leencoo Lataa gaaffiif deebii VOA irratti godhameef irraatti akkas jedhan "Kaayyoon keenya, Itoophiyaan erga gaafa dhalatteetii kaasee…

13 years ago

Labsa Kora Bu’ureessaa Adda Dimokiraatawaa Oromoo (ADO)

Nuti, miseensonni Kora Bu’uressaa Adda Dimokiraatawaa Oromoo (ADO) sochii politikaa Oromoo haaraya dhugoomsuu keenya labsina. Sochiin haarayni kunis, kan haqa Oromoo fi…

13 years ago