Abo

“Ar’aas boruus guyyaa gootootaa irra daddeebinee ayyaaneeffannaa”

Hayyu duree ABO garee shanee ABO Jaal Daawud Ibsaa..ibsaa guyyaa gootota Oromo laalchisee...  

13 years ago

Labsa Guyyaa Gootota Oromoo – Adda Bilisummaa Oromoo

Yaadannoon gootota qabsoo bilisummaa Oromoof osoo qabsawanii wareegamani kan barbaachiseef waan aadeeffatame qofaaf osoo hin taane guyyaa kana seenaa qabsoo…

13 years ago

Gaafii fi deebisaa Radio Addis dimts waliin Dubbataa Dhaaba ABO Kamaal Galchuu waliin guyyaa 13/04/2013 tti geggeeyfame

Dubbataa ABO - Jijjiiramaa Obbo Temam Baatii ODF yaada/mul'ata nuti ji'a 15 dura ummataaf labsine ka qilleensi dhahe aduun itti…

13 years ago

Guyyaa gootota Oromoo Ilaalchisuun, Dhaamsa ABO Irraa Kenname.

Danbaliin Jijjirama ABO, Imaanaa Jaallan Keenya Wareegamniif Galmaan Gaha! Uummati Oromoo maraa fi qabsa’otiin adda bilisummaa Oromoo guyyaa gootota keenyaa…

13 years ago

Dhalachuun Adda Demokraatawaa Oromoo (ADO) Gaaffii Yerootiif Deebii Abdachiisaa dha!

(Kutaa Tokkoffaa) Mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti gaaffiin irra deddeebi’ee ka’aa jiru maal akka tahe ifaa dha. Kunis qabsoon saba…

13 years ago

Wikileaks on Tadesse Birru and early days of the OLF

(OPride) — The whistleblowing website WikiLeaks has just published 1,707,500 U.S. diplomatic and intelligence documents from 1973 to 1976. While most of…

13 years ago

“Mooraan qabsoo bilisummaa oromoo amma gam tokotti baatee jirti”

TVOMT Gaafif Deebii Obboo Odaa Xasee Waliin Haala QBO Yeroo Ammaa laalchisee waliin taasise...

13 years ago

MURNA AFANFAAJJII

  Sab-boonaa-sab-boontuu, kan dubraa-dardaraa Manguddoo Oromoo, hawwanii fi dhiiraa Mee yaadhaa dhiroo seenaa  bara dheeraa Hangudaay gabbataan lafa daabbaa mayraa…

13 years ago

KAAYOO OROMOO FAALLEYSUUN HIN DANDAYAMU

Ibsa  KY- ABO Gaafiin Oromoo gaafii abbaa biyyummaati malee gaafii mirga lammummaa Tophia kadhachuutii miti. Oromoon wanni qabsaawuuf biyya humnaan…

13 years ago

Walittibaqinsa, Tokkummaa, Tumsa (Waa Taa Taa) – kutaa lammaffaa

  Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa:  Gayeen ULFO sarana maali? Egereen isaa hoo?  Mata duree Waa Taa Taa kana jalatti kutaa duraa…

13 years ago