afaan

Gucnii kee hin dhaamnee

  Gucnii kee hin dhaamnee Xamborii kee xiqqashoon daamootiin kee diqqayyoon Kan dukkana roba kessa gaafas calaqqisttee Dhimimissaa cimaa kan…

10 years ago

Hanggaan fannafadhu lallabee si yaamee

Suma barbbaadata lafa meeqaan deemee Oduman siif iyyuu mataan na molaawee Arriin naan facaate dullomee goollaaawe Gaara dakhan jenne dachii…

11 years ago

Afaan Ofii barachuun manarraa eegala

  Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata.…

12 years ago

Yaamicha tokkummaatiif owwaachuu fi qabsoo hidhannoo cimsuun yoomiyyuu…

Abdii Boruutiin Uummanni Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol gabrummaa Habashaa jala turani fi ammas jirani illee, gabrummaan uummanni keenya har’a bar-kurnee…

12 years ago

Aadaa Oromoo

Aadaa  Oromoo Oromiyaan aadaa hedduu qaba. Kana keessaa aadaa nyaataa, aadaa uffannaa, aadaa mana itti ijaaran, aadaa fuudhaa fi heerumaa,…

12 years ago