Aliyyii Saabit

Aliyyii Saabiti Sirbarraa gara da’awaa deebi’e jedhu

Aliyyii Saabit Muziqaa dhiisee khunoo Nashiidaa bareedduu tana nuuf baase Rabbi isarraa haa jaalatu. Towbaa isaatis Rabbi irraa haa qeebalu…

10 years ago

Eebba Fiilmii MARSII MOOYI irratti haala oo’aan gad geeyfame

(Galanni kan Jajjaboo Sabaati) Guyyaa 3/1/2015 Eebba Fiilmii MARSII MOOYI irratti haala oo"aa ta'een Ayyaana Ganna haarawaa wojjiin wol Qabatuun…

11 years ago