Beekan Gulummaa

GOLA SEENAA KEESSAA …..

Namoota seenaa Uummata Oromoo keessatti seenaa dalaganii darban kaasanii mariyachuun bu'aansaa waa hedduudha... Har'aaf ..... SEENAA GABAABAA SHAALAQAA GARBII BULTOO...qabadhee…

8 years ago

HUMNA BARREESSUU KEESSA JIRUUN GALAANA GUDDAA SOCHOOSUU DANDEENYA!!

Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun…

9 years ago