Dorgommii

Toophiyaan meedaaliyaa dabalatte

Dorgommii fiigicha meetira 3000 gufachiisa dubartootaa Roobii halkan fiigameen atileetiin Itoophiyaa Warquhaa Geetaachoo lammaffaa bahuun meedaaliyaa meetii, Maqidas Abbabaa ammoo…

2 years ago

Dorgommii filannoo Abbaan-murtii Uummata ta’eef filannoowwan jiran hawaasni akka beeku gochuun dirqama miidiyaaleerraa eegamudha: Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa

(FBC) Filannoo Biyyaalessaa 5ffaa irratti waltajjii-marii Faanaa Biroodkaastiing Korporeet Boordii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliin ta’uun qopheesse geggeeffamaa jira. Waltajjicha haasaan kan…

9 years ago