Fincila

Ilmaan Oromoo dhalootaan naannoo Jimmaa taatan maraaf!

(Waamicha kana hatattamaan walii raabsaa, keessumattuu warri gara Jimmaa) Waamicha seenaan isinii dhiheessaa jirtu jalaa yeroodhaan owwaadhaa! (Boruu Barraaqaatiin) Oromiyaan…

8 years ago

‪#‎OromooProtests‬ Dhaamsa Ariifachiisaa Amma Barattootni Yuunivarsiitii Madda Walaabuu dabarfachaa jiran.(waliif Dabarsaa)

  Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa…

8 years ago

MURTII GAMTAA AWROOPPAA (EU) IRRAA OROMOON MAAL EEGGATA?

  (Dura obsaan dubbisaa xumuraa, eegas ammoo 'Share' godhuun dabarsaa) (Saphaloo Kadiiriin) Akkuma beekkamu gamtaan Awrooppaa (EU) dhimma fincila Itoophiyaa…

8 years ago

Dubaratoota Oromoo Biyya UK waajjira Muummee Minsteera UK Deeviid Kaameruun fuula dura Buluun sagalee ummataata Oromoo dhageesisaa jiru

  Amajjii 6 Bara 2016) Waldaan Dubaratoota Oromoo Biyya UK ajeechaa fi hidhaa ilmaan oromoo irratti mootummaa faashistii Abbaa Hirree…

8 years ago

Oromiyaa fii Algeeriyaa Madaala Seenaa Gabrummaa fii Wal’aansoo Bilisuummaa

  Haalli dhiheenya kana Oromiyaa keessatti deemaa jiru onnee ummataa keessatti abdii bilisummaa tan Wayyaanee keessatti naasuu guddoo uumee jira.…

8 years ago