#OromoProtests, hiriira seena qabeessa magaalaa gudditti Oromiyaa Finfinnee keessatti alaabaan Oromoo sodaa tokko male mirmirfamaa jirti.
https://youtu.be/MQIGlGlv9Vs
FINCILLI TAKKA FINIINEE LIGIDU AMNA QABSOO DHEERESSUU DARAN INJIFANNOO QANCARSA. #OromoProtests (Kutaa 2ffaa) Barreessaan: Saphaloo Kadiir (2ffaa). Sababni qabbanaa'uu…