Gadda

Oduu Gaddaa Guraandhala 6/2015

Hegeree Oromiyaa Aaddee Fathiyaa Shaafii Hassan Guraandhala 4/2015 Magaalaa Cairotti Du`aan Addunyaa Kanarraa Boqatte jirti. Aaddee Fathiyaa Shaafii Dhiha Oromiyaa…

9 years ago

JAALA KEENYA DHABNUS DALGAN ISAA UTUBAA SEENA TA’EE NUU WALIN JIRAATA. IBSA GADDAA JAARMIYAA HAWAASA OROMOO ARIIZONA IRRA KENNAME

Obbo Mohammed Adam Muummad, bara 1959 baha Oromiyaa Nannawa gaara mul’ataa Ona Baddannoo Laga Raammis Araddaa Ija Bunaa bakka ja’amtutti…

10 years ago