Habashaa

Kan Tiitisarraa Damma Eegee Dhabe,Kan Aaruu Qabu Ofitti Malee Tiitisattii Miti!

Baarentuu Gadaa irraa Mee seenaa Habshootaa  keessatti bara kam..? eenyurraa eenyutti Angoon karaa nagahaa darbee beeka…?  Seenaa isaanii keessa kan…

10 years ago

Hamma hin jirree bookkisa dullacha

Gidduu kana gara Awaasaa kanaa dullachi Tigree adeemsa seenaa hin hubannee fakkaatu tokko Oromoon isuma Yohaannis arraba irraa cire sana…

10 years ago

Kennata Habashaa hedduu hodeefamaafii jiru 2015

Wayyaaneen erga kennata parlamaan barcuma tokkoof malee hunda moo’atee waggaa shan guutuuf adeema. Mormitooti bilisaa fi tolaa hin turre jedhanii…

10 years ago

Habashaa fi bilisummaa Ummataa

Bara duri moototi madda hooda ummata saaniirraa adda tahe ofii kennu turan. Maddoti akkasii moototaaf aangoo hin dangahamne akka kennuuf…

10 years ago

Shirri Habashootni nurratti xaxan yoomuma nuuf gala laata?

Habashootni, tokkummaa ilmaan Oromoo laaffisuuf, qabsoo bilisummaa saba Oromoo dadhabsiisuuf yoo danda’an sirumaa dhabamsiisuuf halkanii guyyaa shira nurrtti hojjechaa akka…

12 years ago

Habashaas ta’ee kan sammuun habashoome, lamaanuu farra qabsoo bilisummaa Oromoo ti

    Abdii Boruutiin   Gara dhimma mata duree kanaa otuu hin seenin dura, Habashaa fi kan sammuun habashoome kanan…

12 years ago