mayyuu

Birraatv: SAGANTAA KESSUMMA DHIMAA WERARAMUU DACHI OROMIYAA RATII KESUMOOTA 2 WALIIN TURTII TAASISEE JIIRA DAWADHAA.

Oduu Lola Anniyyaa fi Mi`eyso , Baale , Boranaa fi Wallagaatti Humnonni Polisi Fedraala Ethiopian Deggaraman Ilmaan Oromo Irratti Raawwataa…

10 years ago

Ummata lammiin isaa gurra irra cufatte waraabeessaf lagattee….

Wayyaaneen Oromotaa lafa irraa duguguun itti fufee jira!

11 years ago

VOA G/D jiraataa Mayyuu Mulluqqee wajjiin haala yeroo ammaa achiti deemaa jiru irraatti taasise

Balaan duguuginsa shanyii wayyaaneen oromoota baha oromiyaa ona Anniyyaa Mayyuu Mulluqqee fii Qumbii irrati raawachaa jirtu itti fufee jira. Linkii…

12 years ago

Baha Oromiyaa; Aanaa Mulluqee mayyuuti namooni kuma heddutti lakkaawan lafa saanirraa buqqifaman

Balaan waayyaaneen Oromoota Harargee bahaa ona anniyyaa irraan geese hammaachaa dhufaa jira. Hamma ammaati furmaani argame tokkolleen hin jiru. Aanaa…

12 years ago