===============
Ashamaa haarka fuunee jaalatamtotaa fi kabajamtoota ilaaman Oromoo nutii sabboontootnii Oromoo gocha sukkaneessaa ummata Oromoo fi barattoota irratti raawwataa jiruuf gadda keenya agarsifataa dhaamsa tokko wayaaneef dhaamuu barbaanna.
Ajeechaa fi reebichii ati ilmaan Oromoo irratti raawwataa jirtuu qabsoo keenya duubatti nun deebisuu injifannoon kan ummata bal’aa Oromooti. Qabsoon itti fufaa nuti harran kana mormii keenya kan mul’isaa jirruu saboota Oromoo, Amaara fi Guraagee walin taanee fincila diddaa gabrummaa didnee jirraa, Oromiyaan haa bilisoomtuu Kuweet irraa,