Oduu Haaraya

Qabsoo hooggana hin qabnetti barattoonni fi hojjattoonni teenya dhumaa jirti..

Waan namni hundi erga waggaa 25 ti sodatee bira deemaa ture ilmi Oromoo kun akkatti sodaa tokko malee dhugaa jirtu dubbate dhaggeeffadha.

Dhugaan jirtu tana qofa. Qabsoo hoogana hin qabnetti barattoonni fi hojjattoonni teenya dhumaa jirti jedhe. 

Namni yaada kanaan sirrii miti jedhe diina Oromoo guddaadha. Oromoon yaada nama kanaa hojjirra yoo oolche qofa jedhe amana kan abbaa biyyummaa mirkanneefachuu danda’u.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …