Abbaa Urjii tiin: Hawaasa Oromoo kanneen bulchiinsa gabrummaa Minilik jalatti buluu diddaaf lolanii injifataman keeysaa tokko kan Baha Oromiyaa ti. Seenaa tanaaf lola Bordoddee/Dula Kanniisaa …
Read More »Garagarummaa Dhaabota Oromoo gidduu
MANNI GOGAA HARREEN IJAARAME, GAAFA WARAABEESSI YUUSU DIIGAMA !! Y.G(2005) Kutaa 2ffaa
Addunyaan har’a keessa jirru kun , tokko isa tokko liqimsee, bakka bal’ifatee kan itti jiraachuu barbaadudha yoo jenne, dhugaa irraa fagaachuu hin ta’u. haqi addunyaa …
Read More »Qabsoon Bilisummaa Sabaa fi Taphni Siyaasaa Walii Gargari
Oromoon Afaan qawweetiin cabee bittaa alagaa (gabrummaa) jalatti buluu erga mudatee Jaarraa tokkoo fi walakkaa tahuufi. Yeroo sanaa kaasee bilisummaa akka Sabaatti sarbame deebisee gonfachuudhaaf …
Read More »Uummata biratti argamanii fincilaaf (warraaqsaafi) kakaasuu dha malee…
Abdii Boruutiin Warraaqsi uummataa yookaanis fincilli diddaa roorroo addunyaa kanarratti sochii bifa haaraa ta’aa waan jiru ykn ta’uuf waan deemu fakkaata. Kanaaf ammoo waan uummatootni …
Read More »