JAAL GALAASAA DILBOO; YEROO LAMMAFFAAF RAAJII AKKA HOJJATAN ABDANNA!

8 years ago

  (Saphaloo Kadiir'iin) ABO-Qaama Cehuumsaa Jaal Galaasaa Dilboo dura bu'aa godhatee shuumuun isaa waan gaariidha. Jaal Galaasaan qabsaa'ootaafi guddiftoota qabsoo…

Warri kalee ABOn dhugaa nuhi, siimiti nu’i jedhee ummata jeeqaa bahe ammas waliirratti duula banan

8 years ago

Maqaa ABOn Afanfaajjii Uumuun Qabsoo Bilisummaa irratti Yakka Raawwatuu dha! (Ibsa ABO) (SBO/VOL – Mudde 08,2016) ABOn baroota dheeraaf QBO…

Ethiopia: Murders and Mass Incarcerations Cannot Fix the Deep Human Rights Crisis

8 years ago

HRLHA Press Release December 4, 2016 The TPLF/EPRDF government boldly demonstrated its dictatorial behavior by arresting the Oromo Federalist Congress…

Dhiigaa fi Dafqa  Sabboontoota Oromootin Bu’aa siyaasaa Argachuuf Hololuun Of Gowwoomsuudha.

8 years ago

Baarentuu Gadaa Iarraa/// Ummanni Oromoo aadaa, seenaa, afaan  fi duudhaa isaa dhiigaa fi  dafqa isaatiin tikfataa as gahe. Funduraafis dhiiguumaa…

Shira garee shanee ABO: Cuunfaa Walgahii Qondaaloota Kutaalee ABO

8 years ago

1. Duula bifa oloolaan nurratti baname akkamitti ofirraa qolanna: 2. Dhaamsa KQ KS fi dirqama nuuf kenname: 3. Walii galtee…

“Jette jettee faradduu Funaantuu oduu dharaa, Meeqaatam waliin dhooytee Facaafte garaa gara…..”

8 years ago

#Saphaloo / Abdulbasit Kediriin Wellisaa Abraahim Baadiyyaa Eenyu? "Yaa waaqayyoo nu gargaari, Gabrummaan affeelamne Oromoonii, Takka faraqaan nu haa geessu…

DHUGAA NI QAL’ATTI MALEE HIN CITTU: OBBOO YAAZOO IRRATTI MAALITU RAAWWATAME?

8 years ago

Oromiyaa keessatti ummatni keenya yeroo ammaa waraana Mootummaan nama nyaatan Woyyaanee irratti bane keessa jira. Haati Oromoo ilma isii tokkicha…