#RDH Adoolessa 25 2009 Ilmaan Oromoo galmee Malkaamuu Kinfuu jalatti shororkeessummaan shakkamuun hidhamanii jiran guyyaa hardhaa mana murtiitti dhihaatanii akka…
Biyya ollaa biyya teenyaa taate biyya Keeniyaa(KENYA) keessa baqattoonni Oromoo hedduun akka jiru namuu ni beeka. Ummanni keenya roorroo mootummaa…
Xalayaa Miseensa Board OMN duraanii irraa ergamte. Maqaan isaa akka hin dhayamne hadaraa waan dhaameef waadaa guutuuf jecha maqaa isaa…
Adoolessaa 19/2017 Oromiyaa Lixaa Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Neqemtee Keessatti Guyyaa har'aa Sochiin Warraaqsa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Duullii gabaa lagachuu,…
"Waliso yeroo ammaa kana fakkaatti. Opdo n Oromiyaa irraa dhufte akka gaariitti salphattee erga deebitee booda magaalaan akkuma qorritetti jirti."…
-------------------------------------- Siyaasaadhaaf diinaggeen itti haguugdanii Maal nyaata iyyeessi qe'ee duguugdanii? Qorsoo gogduu nyaachaa rakkatee baratee rakkoo hedduu obsee sammuufii qaratee…
Bakka jirtutti nageenyi rabbi si haa gahu. Akkuma waliinuu hordofaa jirru ummanni Oromiyaa ammas mormii biraa keessa seenee jira.…
______________________ -Najiib Zannuun irraa Tattaaffiin walliftoonni Oromoo gama guddina afaanii,aartii fi qabsoo teenyaaf godhanii fii gochaaa jiran himamtee hin dhumtu.…
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaalee tokkoffaa fi lammaffaa akka gaariitti dhamdhamachuu…
The Ethiopian government has charged seven Oromo artists with terrorism for producing and uploading politically charged songs on YouTube. …