bilisummaa

WRAABESSI MAHAANDISA DHIMMA KANA BAASE NYAATE MAALIIF YUUSUU DIDEE?

  Obbo Abbaay Tsehaayyee maqaa firoota isaatiin lafa hedduu Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Boolee keessa fira mataa isaa kaa’uun akka…

10 years ago

Abbaay Tsahaayyee duula OPDO irratti bane gara abbootii qabeenyaa Oromootti babal’isee!!

Gaaffiif deebii har'a baherraa akkuma dhageessanitti Abbaay Tsahaayyee lafti Oromoo saamamaa jiraachuu amanee, ‪#‎kan‬ ‪#‎saamsise‬ ‪#‎OPDO‬ kan saamaa jiru ammoo…

10 years ago

Mormiin Harargee Lixaa aanaa Meessoo Keessaa Guyyootaaf Itti fufee Jira. Man-barnootaa Shawaa Lixaa Tokko Keessas Mormii Dhageessisan

Hiriira Mormii Oromiyaa Qoodi Yaadawwan Ilaali WASHINGTON, DC — Godinaa Harargee Lixaa, aanaa Meessoo keessatti walga’ii bulchiinsi aanaa Sanbata dabre waamee…

10 years ago

Why Ethiopia is making a historic ‘master plan’ U-turn

A controversial plan by the Ethiopian government to expand the capital, Addis Ababa, is set to be scrapped after a…

10 years ago

Iyyaa Iyya Dabarsaa!!

  https://youtu.be/d7xaL7MFjz8   Iyyaa iyya dabarsaa kan hin dhagahin iyya dhagesisaa Sadaasaa baatii goota Gincirra jalqabee Kasee wal-kakaasee waltti lallabee…

10 years ago

QABSOON WAREEGAMUU QOFA OSOO HIN TAANE WAREEGUUS DABALACHUU QABDI!

  (Dubbisii xumuri, 'share' godhii dabarsi) Saphaloo Kadiir irraa Afaan qofaan qabsaa'uun, ibsa ejjannoo baafachuuniifi dhaadannoolee bilisummaa dhaadheessuun osoo kan…

10 years ago

Har’a Naannawa Mi’eessoo ( Harargee Lixaa) keessati loltoonni Wayyaanee nama lama ajjeesan

‪#‎OromoProtests‬ continues so is the killing. Today in Miesso ( January 17, 2016) TPLF soldiers killed two people and wounded…

10 years ago

Ethiopia and U.S. Strategic Interest in Somalia on a Collision Course

http://www.tesfanews.net/ By Abukar Arman Since Somalia’s independence in 1960, its relationship with the U.S. has been—for lack of a better…

10 years ago

WALIIN MEE MARIYADHAA

~~~~~~~~~~~~~~~~~~ Oromoo yoo taatan Ofitummaa dhisaa Natu caalaa dagadha Oromummaaf jecha Mee waliin mariyadhaa Ummata dhumaaruuf Mala tokko godha Ilkee…

10 years ago